Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti namoonni dabalataa 151 vaayrasii koroonaa qabaman
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 151 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee shaggar miidhagsuurratti hirmaatan galateeffatan
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee hojii shaggar miidhagsuurratti hirmaatan galateeffatan.
Dooktar Abiy bu'aa gaariin galma ga’uuf…
Bara baajataa darbeetti humna elektirikii Giigaa waatii 15 ol maddisisuun danda’ame
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Humni Elektirikii Ityoophiyaa bara 2012 keessa humna elektirikii Giigaa Waatii kuma 15 ol maddisiisuu isaa beeksise.
Bara baajatichaa humni elektirikii…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hojiin eegalamee cimee itti fufuu qaba- Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf duula haguuggii fuulaa beeksisu Dhaabbata Fayyaa Addunyaan eegalametti makamte.
Duula…
Hawaasni Diyaaspooraa Doolaara kuma dhiba 7 ol ijaarsa Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Bara baajataa darbeetti hawaasni Diyaaspooraa Doolaara kuma dhiba 7 ol ijaarsa Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasisu himame.
Bara baajataa darbe…
Manni murtichaa dhimma Gaazeexeessa Guyyoo Waariyooratti poolisiif yeroo qorannoo dabalataa eeyyame
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa guyyaa har’aan dhimma Gaazeexeessaa Guyyoo Waariyooratti poolisiif yeroo qorannoo…
Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtootaa kuma 1 fi 568 dhiifama godhe
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtoota kuma 1 fi 568f dhiifama taasisuu Biiroon Bulchiinsa fi Nageenyaa naannichaa beeksise.
Mootummaan…
Sirna Gadaa barnoota idilee keessatti laachuuf hojjetamaa jira -BATO
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) –Sirna Gadaa barnoota idilee keessatti laachuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa beeksise.
Haala sirna Gadaa barnoota…
MM FDRI Dooktar Abiy jiraattoota biyya ijaaruuf halkanii guyyaa dhama’an galateeffatan
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota biyya ijaaruuf halkanii guyyaa dhama’an galateeffatan.
Dooktar Abiy Ahimad…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1086 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 16 darbeera
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa 1086 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 16 darbu Ministeerri…