Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiiwwan gaariifi kaka’umsaan hojjetaman akkasii babal’suu qabna jedhan Dr Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) – Hojiiwwan gaariifi kaka'umsaan hojjetaman akkasii babal'suu qabna jedhan Dooktar Abiy Ahimad.
Mummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakkeewwan…
Humni Eegumsa Rippaabiliikani Proojaktii Shaggar midhaksuu daawwatan
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) – Humna eegumsa rippaabiliikani proojaktii Shaggar Magaalaa Finfinneetti ijaramee xumuramuuf jiru guyyaa har’a dawwataniru.
Humnichi leenjii ijarsa humna…
Ityoophiyaatti namoonni dabalaataa 801 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, namoonni 10 ammoo lubbuun…
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa 801 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Sa’aa 24…
Oromiyaatti Namoonni Dabalataa 111 Vaayrasii Koroonaatin Qabaman
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 111 vaayrasii koroonaatin qabamuu ibsameera.
Gabaasa sa’aa 24 naannoo…
Yuunivarsiitiin Walloo fi Dabra Taaboor barattoota digirii lammaffaan barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) –Yuunivarsiitiin Walloo fi Dabra Taaboor barattoota digirii lammaffaan barsiisaa turan eebbisiisan.
Yuunivarsiitiin Walloo guyyaa har’aa…
Bara baajata 2013tti dargaggoota kuma 200 fi kuma 80f carraa hojii uumuuf hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara baajata 2013tti dargaggoota kuma 200 fi kuma 80f carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon akka hojjetu beeksise.
…
Naanno Affaaritti balaa lolaa laga Awaashiin namoonni kuma 49 fi 65 miidhaman
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Naanno Affaaritti balaa lolaa laga Awaashiin namoonni kuma 49 fi 65 miidhaman.
Naannoo Affaaritti balaa lolaa laga Awaashiin namoonni kuma…
Komishiniin Too’annaa fi Inispeekshinii Giddugala Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaatti…
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Komishiniin Too’annaa fi Inispeekshinii Giddugala Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaatti mari’achaa jira
Komishiniin Too’annaa fi…
Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa dhimmota tibbana naannichatti mudatan gamaaggamaa jirachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa dhimmota tibbana naannichatti mudatan gamaaggamaa jirachuu ibsan.
Muummeen…
Duula qorannoo vaayrasii koroonaatiin namootni kuma 200 ni qoratamu
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Duula qorannoo vaayrasii koroonaatiin namootni kuma 200 ni qoratamu.
Duula qorannoo vaayrasii koronaa mataduree ‘Eenyuyyuu’ jedhuun Hagayya 1…