Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Kibbaatti proojaktoonni gara hojiitti galan lammiilee kuma dhibba 1 fi kuma 60f carraan…
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti proojaktoonni gara hojiitti galan lammiilee kuma dhibba 1 fi kuma 60f carraa hojii uumuu himame.
Proojaktoonni…
Paartiin Badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz dhimmoota naannoo fi haala waqtaawaarratti…
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz dhimmoota naannoo fi haala waqtaawaarratti mari'achaa jira.
Waltajjichaan dhimmoota nageenya…
Hoggansi olaanaa Paartii Badhaadhinaa Amaaraa Baahir Daaritti mari’achaa jira
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Hoggansi olaanaa Paartii Badhaadhinaa Amaaraa Baahir Daaritti mari'achaa jira.
Paartichi dhimma naannoo fi haala waqtaawaarratti mari'achaa…
Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa murtiiwwan dabarse
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa koonfaransii guyyootii lamaaf gaggeessen murtiiwwan addaddaa dabarse.
Koonfaransiin miseensa Paartii Badhaadhinaa…
MM Dr Abiy deeggarsi michuuwwan keenyaa waan nu biraa hin hafneef isaan galateeffanna jedhan
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad deeggarsi michuuwwan keenyaa waan nu biraa hin hafneef isaan galateeffanna jedhaniiru.
Dooktar Abiy fuula…
Hanqinni meeshaalee bu’uura muudate sirna baruufi barsiisuutti gufuu ta’eera- Ministeera Barnoota
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) – Hanqinni meeshaalee bu’uura sababa vaayrasii koroonaatif barnoota adda citee ture deebisuuf tattaffii tasifamuuf irratti rakkoo uumuu Miniseerrii Barnoota…
Manni maree Naannoo kibbaa abbooti murtii 150f muudama laate
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’ii ilidilee 11ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 5ffaa gaggeessa tureen abbooti murtii 150f muudama laateera.
Mannii marichaa…
Hojimanni walitti bu’iinsa ittisuu dandeessisu hojiirra oole – Ministeera Nageenya
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti walitti bu’iinsi akka hin umamneef hojimanni dursaan ittisuuf dandeessisu hojirra ooluu Ministeerrii Nageenyaa beeksise.
Ministirri…
Waldaan dargaggoota caffee hojii gamtaa waliigalaa Galaanitti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) –Paartii siyaasaa kamirraayyuu bilisa tahun kan hundeeffame waldaan dargaggoota caffee hojii gamtaa waliigalaa Ashaaraa magarisaa bara kanaa sababeeffachuun…
Baatiwwan lamaan darbanitti manneen jireenya harqa qalleeyyii 600 olii haareffamaniiru
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) –Baatiwwan lamaan darbanitti manneen jireenya harqa qalleeyyii 600 olii haareffamaniiru.
Itti aanaan kantiiba magaalaa Finfinnee Injaanar Taakkalaa Uumaa…