Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa hidhaa fi godaansarra turan 218 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Torbee lamaan darbanitti lammiileen Ityoophiyaa hojii malee hidhaa fi godaansarra turan 218 gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Yaa’iin Mana Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Daawaa baajataa fi mudamoota dhiyaatan raggaasisuun…
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Yaa’iin Mana Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Daawaa baajataa fi mudamoota dhiyaatan raggaasisuun xumurame.
Manni marichaa yaa’ii idilee…
Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’ii ildilee 11ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 5ffaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegale.
Guutinsi bishaanii…
Balaa lolaa tasa uummamuu danda’uuf hawaasni of eeggannoo taasisuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Wayita gannaa kana laga guutuu fi balaa lolaa tasa uummamuu danda’uuf hawaasni of eeggannoo cimaa taasisuu akka qabu Koomishniin Hoggansa Soda Balaa fi…
Manni murtichaa obbo Jawaar fi Baqqalaa dabalatee shakkamtoota galmee isaanii jalatti tarreeffaman…
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Manni Murtii Fedeeraala sadarkaa jalqabaa obbo Jawaar Mahaammadi fi Baqqalaa Garbaa dabalatee shakkamtoota galmee isaanii jalatti tarreeffaman 14 irratti…
Ganna kana dareewwan barnootaa dabalataa 30,000 ijaarramaa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Ganna kana dareewwan barnootaa dabalataa 30,000 ijaarramaa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.
Hogganaan Biiroo Barnootaa…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 101 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Oromiyaatti namoonni dabalataa 101 vaayrasii koroonaatin qabaman.
Gabaasa sa'aa 24 naannoo Oromiyaatin qorannaa laabraatoorii 1756…
Finfinneetti oodiitii fi galmeen lafaa eegalamuufi
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Finfinneetti oodiitii fi galmeen lafaa eegalamuufi.
Galmee fi oodiitichis weerara lafa seeran alaa to'achuuf kan gargaarudha jedhameera.…
Of eeggannaa dhabuu tibba ayyaanaa fi hiriirotarra tureen vaayrasiin koroonaa babal’achuun…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Of eeggannaa dhabuu tibba ayyaanaa fi hiriirotarratti of dagannaa tureen vaayrasiin koroonaa babal'achuun ibsame.
Of dagannaa, tuttuqqii,…
Ameerikaan duula farra shororkeessummaarratti Ityoophiyaa dabalatee biyyoota naannichaa waliin nan…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Ameerikaan duula farra shororkeessummaa Gaanfa Afrikaatti taasistuuf, Ityoophiyaa dabalatee biyyoota naannichaa waliin kan hojjettu ta'uu beeksiste.…