Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ashaaraa magariisaa baranaatin biqiltuu biiliyoonni 4.1 dhaabamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) –Ashaaraa magariisaa baranaatin biqiltuu biiliyoonni 4.1 dhaabamuun ibsame.
Barana biqiltuu biiliyoona 5 dhaabuuf karoora qabame keessaa amma ammaatti…
Koonsoo fi Aalleetti walitti bu’iinsa uumamee ture tasgabbeessuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaa daangaa Koonsoo fi Aalleetti walitti bu'iinsa uumamee ture tasgabbeessuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Rakkoo nageenyaa…
Manni murtii himannaa obbo Jawaarirratti Hagayya 5f beellama jijjiirramaa laate
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Poolisiin qorataa yeroo qorannaa dabalataa guyyootii 14 obbo Jawaar Mahaammadirratti kan gaafate yoo ta'u, manni murtii ammoo Hagayya 5,2012tti…
Naannoo Oromiyaatti guyyaa har’aa biqiltuuwwan miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 27 fi kumni…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti guyyaa har'aa biqiltuuwwan miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 27 fi kumni dhibbi 3 fi kumni 99 ol dhaabbachuu Biiroon Qonnaa…
MM FDRI Dooktar Abiy ergamaa addaa preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergamaa addaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Niihaal Deeng waliin mari’atan.
Dhimmoota waloo…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 610 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbe
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Gabaasa idilee qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 610 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24…
Hoggantoota paartiilee morkattootaa waliin marii bu’aa qabeessa ta’e gaggeessuu Muummeen Ministiraa…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Hoggantoota paartiilee morkattootaa waliin marii bu’aa qabeessa ta’e gaggeessuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
…
Hoggatoonni olaanoon naannoo Soomaalee fi miseensonni mana maree naannoo Gaambeellaa biqiltuu…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Itti aanaa Preezdaantii naannoo Soomaalee obbo Musxaafee Mahaammad dabalatee hoggantoonni olaanoon naannichaa fi miseensonni Mana Maree Gaambeellaa…
Hojiin seeraan eegalame seeraan kan xumuramu ta’uu hubatamuu qaba – aadde Adaanachi Abeebee
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) –Olaantummaa seeraa kabajuun, kabachiisuu fi haqa dhugoomsuun bu’ura jiraachuu keenyaati jedhan Haati Alaangaa Waliigala Federaalaa aadde Adaanach…
Manni Maree Federeeshiinii fi Ministeerri Nageenyaa dhimmoota waloorratti waliin hojjechuuf fedhii…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Manni Maree Federeeshiinii fi Ministeerri Nageenyaa dhimmoota waloorratti waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsan.
Manni maree…