Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Ministira dhimmoota Afrikaa Biriitaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonnin Ministira dhimmoota Afrikaa Biriitaaniyaa Jemsi Dadiiriij waliin dhimmoota…
Hawaasni musiliimaa ayyaana Arafaa yeroo kabaju weerara vaayrasii koroonaaf of eeggannoo cimaa…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Hawaasni Musiliimaa ayyaana Arafaa yeroo kabaju weerara vaayrasii koroonaaf of eeggannoo cimaa taasisuu akka qabu Manni Maree Waliigala Dhimmoota…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoota haala yeroorratti hoggantoota paartiilee siyyaasaa waliin…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoota haala yeroorratti hoggantoota paartiilee siyyaasaa waliin mari’ataa jiru.
Sagantaa…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad namoota bebbekkamoo Afrikaa bara 2020 keessa tokko ta’uun filataman
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad namoota bebbeekkamoo Afrikaa 2020 keessaa tokko ta’uun filataman.
Dhaabbanni…
Sagantaan dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa marsaa 2ffaa
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Sagantaan dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa marsaa 2ffaan godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffamaa jira.
Preezdaantiin mootummaa…
Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo isaanii cimsuuf walii galan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo isaanii cimsuuf walii galan.
Aljeeriyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiiyaat Geetaachaw…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 15 fi 200 ga’e
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Guyyaa kaleessaa qorannoo laabraatoorii namoota kuma 6 fi 503 hojjetameen vaayrasichi namoota 653 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.…
Ityoophiyaa fi Briitaaniyaan waliigaltee deeggarsaa Birrii biiliyoona 4.71 mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Ityoophiyaa fi Briitaaniyaan waliigalteewwan deeggarsaa lama mallatteessan.
Waliigalteewwan deeggarsaa lamaan kan Paawundii Starliing miiliyoona 105…
Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Afrikaatti Ministira Briitaaniyaa Jams Dadriij waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Afrikaatti Ministira Briitaaniyaa Jams Dadriij waliin mari’atan.…
Manni Maree Naannoo Amaaraa baajata Birrii biiliyoona 62.7 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa bara baajataa 2013f baajata Birrii biiliyoona 62.7 raggaasise.
Baajata Birrii biiliyoona 62.7 keessaa Birrii…