Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggootaa fi Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Ministeerri Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa fi Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii biqiltuu dhaaban.
Ministirri Ministeera Dubartoota,…
Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa Noorweey jiraatan Dooktar Abiy deeggaruun Koree…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa Noorweey jiraatan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad deeggaruun Koree Badhaasa Nageenyaa Noobeeliif…
Manni Maree Gaambeellaa yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegaleera
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa'ii idilee 10ffaa bara hojii 5ffaasaa har'a gaggeessuu eegaleera.
Yaa'ichaan raawwiin hojii qaamolee…
Dhaabbii biqiltuu miiliyoona 300 fi miliyoona 4 guyyaa boruuf qophiin xumuramuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Dhaabbii biqiltuu miiliyoona 300 fi miliyoona 4 guyyaa tokkoon booru hojjetamuuf qophiin xumuramuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
…
Godina Shawaa Lixaatti biqiltuun bunaa miiliyoonni 3 ol dhaabbate
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) –Godina Shawaa Lixaatti biqiltuun bunaa miiliyoonni 3 ol dhaabbate.
Godinichi lafa heektaara 740 irratti biqiltuu bunaa kan dhaabe ta'uu,…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessatiin namoota 579 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Gabaasa qorannaa sa'aa 24 kaleessatiin namoota 579 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Gabaasichaan qorannaan…
Obbo Baqqalaa Garbaarratti guyyaan qorannaa dabalataa 8 eeyyamame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) – Obbo Baqqalaa Garbaarratti guyyaan qorannaa dabalataa 8 eeyyamame.
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa kaleessa dhimma obbo Baqqalaa…
Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumurukaa meeshaalee Birrii miil.34 baasu buqqaatootaf…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumurukaa meeshaalee Birrii miiliyoona 34 baasu buqqaatootaf deeggarsa taasise.
Deeggarsichi rakkoo…
USAID meeshaalee gatii Birrii miiliyoonaa 2 ol qaban Boordii Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) – USAID meeshaalee gatii Birrii miiliyoonaa 2 ol qaban Boordii Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaaf arjoome.
Eejansii Misooma Idil Addunyaa…
Dhibee COVID-19 irratti qooda fudhattoota waliin Magaala Adaamatti Marii taasifame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Biiroon Eeggumsa Fayyaa Naannoo Oromiyaa waliin qindaa'uun ittisa dhibee COVID-19…