Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr.Abiy Ahimad Koree Invatimantii fi Carraa Hojii Uumuu Biyyaalessaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Koree Invatimantii fi Carraa Hojii Uumuu Biyyaalessaa waliin mari’atan.
Kaayyoon marichaa…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bu’aa birrii biiliyoona 1.9 argachu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bu'aa birrii biiliyoona 1.9 argachu beeksise.
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bara 2012tti bu'aa birrii…
Namoota 720 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin, samuudaa namoota 9,527f qorannaan hojjetamee namoota 720 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri…
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad kennaa konkolaataa humna elektirikiin hojjetu fudhatan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad kennaa konkolaataa humna elektirikiin hojjetu fudhatan.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad…
Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale.
Manni Maree naannoo Amaaraa har’a Adoolessa 20,2012 eegalee yaa’ii idileesaa 15ffaa,…
Caffeen Oromiyaa baajata bara 2013f Birrii biiliyoona 90 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa bara hojii Caffee 5ffaatin labsiiwwan addaddaa raggaasiseera.
Caffeen yaa’iisaatin wixineewwan…
Ministeerri Geejjibaa Ityoophiyaatti balaa tiraafikaa %17 hir’isuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Bara bajaataa xumurameetti balaa tiraafikaa %17 hir’isuu Ministirri Ministira Geejjibaa aadde Daagimaawit Mogas ibsaniiru.
Daandii saffiisaa seensaa…
Dabalatan Namoota 555 Irratti Vaayrsiin Koroonaa Yoo Argamu Lubbuun Namoota 9 Darbeera
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin, samuudaa namoota 8,490f qorannaan hojjetamee namoota 555 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee marii gaggeessa turan dhaabbii biqiltuun…
Finfinnee, Adooleessa 19, 2012 (FBC) – Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee marii gaggeessa turan xumuruun sababeeffachuun biqiltuu dhaabaniiru.
Hoggantoonni Paartii…
Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa hoggantoota Ityoophiyaa Ityoo telekoom waliin biqiltuu…
Finfinnee, Adooleessa 19, 2012 (FBC) - Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Ityoo Telekoom damee Finfinnee dhihaa waliin ta’uun giddugala deeggarsa fi misoomaa Awaliyaati…