Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishiniin Sodaa balaa Biyyaalessaa rakkoo nageenyaa uumameen namoota kuma 7 fi 800 buqqa’aniif…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) –Komishiniin Sodaa balaa Biyyaalessaa rakkoo nageenyaa uumameen namoota kuma 7 fi 800 buqqa’aniif deeggarsa taasise.
Itti aanaan…
Manni Maree naannoo Beenishaangul Gumuuz yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) –Manni Maree naannoo Beenishaangul Gumuuz yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale.
Manni Maree naannoo Beenishaangul Gumuuz har'a Adoolessa 18,2012…
MM Dr. Abiy eebbifamtoota bara kana sagantaa garagaraan barnoota isaanii xumuraniif ergaa baga…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Muummeen MinistiraaDooktar Abiy Ahimad eebbifamtoota bara kana sagantaa garagaraan barnoota isaanii xumuraniif ergaa baga gammaddanii dabarsan.…
Gabaasa Qaama Raawwachiisaa dhiyaate keessatti raawwii hojii gama Hawaasummaatiin jiru ilaalchisee
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) - Gabaasa Qaama Raawwachiisaa dhiyaate keessatti raawwii hojii gama Hawaasummaatiin jiru ilaalchisee.
Bara 2012tti barattoota miiliyoona 11.1 simachuuf…
Gama Misooma Magaalaatiin hojjetaman ilaalchisee obbo Shimallis Caffeef wayita dhiyeessan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) - Hojiiwwan Bara Kana Gama Misooma Magaalaatiin hojjetaman ilaalchisee Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Caffeef wayita dhiyeessan…
Preezidaantiin MNO obbo Shimallis gabaasa raawwii hojii bara 2012 Caffeef dhiyeessan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) - Preezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa gabaasa raawwii hojii bara 2012 qaama Raawwachiisaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Yuunivarsiitiin Finfinnee baratoota 5600 ol yeroo jalqabaaf “Virtual”n eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee baratoota 5600 ol yeroo jalqabaaf “Virtual”n eebbisiise.
Yuunivarsiitiin Finfinnee Adoolessa 18, 2012 baratoota…
Komishiniin mirga namoomaa Ityoophiyaa garee ogeeyyii dhiittaa mirga namoomaa qulqulleessuu fi…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Komishiniin mirga namoomaa Ityoophiyaa garee ogeeyyii dhiittaa mirga namoomaa qulqulleessuu fi galmeessuu hundeessuusaa ibse.
Hokkora…
Caffeen yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Caffeen yaa'ii idileesaa gaggeessuu eegale.
Caffeen Oromiyaa har'a Adoolessa 18,2012 eegalee yaa'ii idileesaa 12ffaa, waggaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa…
Dabalatan namoota 760 irratti vaayrsiin koroonaa yoo argamu lubbuun namoota 3 darbeera
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Dabalatan namoota 760 irratti vaayrsiin koroonaa yoo argamu lubbuun namoota 3 darbeera.
Gabaasa qorannaa sa'aa 24 kaleessa darbeetin, samuudaa namoota…