Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaatti aduu tokkootti biqiltuun miiliyoonni dhibba 3 fi miiliyoonni 4 dhaabbachuufi
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Adoolessa 22, 2012 guyyaa tokkootti biqiltuu miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 4 dhaabuuf qophiin taasifamuu himameera.…
Qonna gannaan lafti hektaarri miiliyoonni 7.75 sanyiin uwwifame
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Qonna gannaan lafti hektaarri miiliyoonni 7.75 sanyiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Bara oomishaa 2012/13 qonna Arfaasaa fi…
Ibsa raawwii hojii Caffee Oromiyaa
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Af yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo raawwii hojii gurguddoo Caffeen hojjechaa ture ilaalchisee miidiyaaleef ibsa laatan.
Aadde…
Hanga xumura Baatii Waxabajjiitti oomishni kuntaalli miiliyoonni 1.5 walitti qabame
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Hanga xumura Baatii Waxabajjiitti oomisha kuntaala miiliyoona 1.5 walitti qabuu Ejansiin Hojii Gamtaa Federaalaa beeksise.
Sababa weerara…
Waliigalteen deeggarsa birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 90 mallattaa’e
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 90 mallatteessan.
Waliigaltichi Ministira…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afaaritti biqiltuu dhaabaan
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Afaaritti biqiltuu dhaabaan.
Sirna dhaabbii biqiltuu kanarratti preezdaantii naannoo…
Odeeffannoo dogoggoraa Gibts Hidha Haaromsaarratti dhageessisaa jirtu jijjiirruuf hojiin…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Odeeffannoo dogoggoraa Gibts Hidha Haaromsaarratti dhageessisaa jirtu jijjiirruuf hojiin diippiloomaasii cimaa ta’e hojjetamuu akka qabu himame.…
Samuudaa 6898f Qorannaan Hojjetamee, Namoota 409 Irratti Vaayrasiin Koroonaa Argameera
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin, samuudaa namoota 6898f qorannaan hojjetamee namoota 409 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa…
Oromiyaatti Ganna baranaatin amma ammaatti biqiltuu biiliyoonni 2.2 dhaabameera
Finfinnee, Adooleessa 16, 2012 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti sagantaa dhaabbii biqiltuu Ganna baranaatin amma ammaatti biqiltuu biiliyoonni 2.2 dhaabameera.
Raawwii ashaaraa magariisaa…
Af yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faaraah, obbo Dammaqaa Makoonnan dabalatee…
Finfinnee, Adooleessa 16, 2012 (FBC)- Af yaa'ii Mana Maree Federeeshinii FDRI obbo Adam Faaraah dabalatee qondaaltonni mootummaa biroon Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin…