Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waajjirri Muummee Ministiraa muudama laate
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa muudama laate.
Haaluma kanaan;
Obbo Yohaannis Buyaa’alaw; Preezdaanti Akkaadaami Hoggansa…
Abbaa Alangee Federaalatiin namoota himannaan adda citeef 63n
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Abbaa Alangee Federaalatiin namoota himannaan adda citeef 63n.
1. L/K/ Biiniyaam Tawaldaa
2. L/K/ Sallaay Yihuun
3. L/K Tsaggaayee Annimuut
4.…
Ambaasaaddar Reedwaan ambaasaaddaroota biyyoota addaddaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ambaasaaddaroota biyyoota addaddaa teessoo isaanii magaalaa…
Komishinichi horsiisee bultoota fi naannoolee deeggarsa addaa barbaadaniif karoora waggaa 10 ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) - Komishiniin Plaanii fi Misooma biyyaalessaa horsiisee bultoota fi naannoolee deeggersa addaa barbaadaniif karoora waggaa 10 ifoomseera.…
Shakkamtoota 63f, himannaan adda citeera
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Kanaan dura namoonni yakkoota addaddaatin shakkaman 63, himannaan isaanii adda citeefii ni gadhiifamu.
Abbaan Alangee Waliigalaa…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing bilbilaan…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing bilbilaan mari'atan.
Tattaaffii tamsa'ina koroonaavaayirasii…
Konfaransiin idil addunyaa Iityoo-Hoortiikaalchar jalqabaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) - Konfaransiin idil addunyaa Iityoo-Hoortiikaalchar jalqabaa Finfinneetti gaggeeffamuufi.
Konfaransiin kun Gurraandhala 20-21/2012 Finfinnee…
Ooyruun Misoomaa Hundagaleessa Waldaa Misooma Kunuunsa Daa’imman Abbabach Goobanaa Yuunivarsitii…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Ooyruun Misoomaa Hundagaleessa Waldaa Misooma Kunuunsa Daa’imman Abbabach Goobanaa Yuunivarsitii Amboof dabarfamee kenname.
Ooyruun Misoomaa…
Oromiyaatti misoomni qamadii sulula Awaash daawwatame
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti misoomni qamadii naannoo sulula Awaash daawwatameera.
Daawwicharratti kan argaman ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umar…
Ummanni naannoo Amaaraa fi Tigraay hariiroo seenaa waliin qaban akka cimsan gaafatame
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) - Ummanni naannoo Amaaraa fi Tigraay hariiroo seenaa waliin qaban akka cimsan gaafatame.
Ummanni Amaaraa fi Tigraay hariiroo hawaasumaa, diinagdee…