Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leenjiin sadarkaa hoggansa federaalaa Paartii Badhaadhinaa kennamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Leenjiin sadarkaa hoggansa federaalaa Paartii Badhaadhinaa kennamaa jira.
Leenjichi magaalaa Finfinneetti kennamuu eegaleera.…
Fooramiin saayinsii, teeknooloojii fi innooveeshinii Afrikaa 2ffaan Zimbaabuweetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Fooramiin saayinsii, teeknooloojii fi innooveeshinii Afrikaa 2ffaa fi fooramiin misooma waaraa Afrikaa 6ffaan Zimbaabuweetti gaggeeffamaa jira.…
Leenjiin hoggansa sadarkaa naannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamuu eegaleera
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Leenjiin hoggansa sadarkaa naannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamuu eegaleera.
Leenjichis naannoo Oromiyaatti magaalaa…
Sababii hannaatin tajaajilli geejibaa gufataa jira- Baabura Salphaa Finfinnee
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Sababii hanna siignaal koominikeeshini keeblii fi funyoo elektiriikii halkan raawwatamuun tajaajila geejjibaa ga’aa kennuu akka hin dandeenye…
Lixaa fi Kibba Oromiyaatti nageenyi bu’aa dhufuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Lixaa fi Kibba Oromiyaatti nageenyi bu'aa dhufuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Rakkoon nageenyaa Lixaa fi Kibba Oromiyaatti…
MM Dooktar Abiy hundeeffamuu mootummaa waloo Sudaan Kibbaatti gammachuu itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootummaan Sudaan Kibbaa morkattoota waliin mootummaa waloo hundessuu isaaniif gammachuu itti dhaga’ame…
Mootummaan himata lammiilee 60 adda kuteera
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Mootummaan sababoota garaagaraan namoota 60 dhimmi isaanii seeran ilaallamaa turerraa himannaa adda kuteera.
Itti gaafatamaan Prees…
Ityoophiyaa fi Emmireetonni Arabaa Gamtooman walii galtee liqaa Doolaara miiliyoona 100 waliif…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Emmireetonni Arabaa Gamtooman walii galtee liqaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 100 waliif mallatteessaniiru.
Liqichi kan argame…
Ityoophiyaanonni Chaayinaa bulchiinsa Huubeeyitti baratan, vaayrasii koroonaaf hin saaxilamne…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Ityoophiyaanonni Chaayinaa bulchiinsa Huubeeyitti baratan, vaayrasii koroonaaf hin saaxilamne jedhame.
Ityoophiyaanonni 311 Chaayinaa…
Yaa’iin nageenya bishaanii fi misooma waaraa 2ffaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Yaa’iin nageenya bishaanii fi misooma waaraa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Biyyoota shanitti hojiirra kan oolu proojaktiin nageenya…