Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bureetti Kilaashin kooviin 14 to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) –Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bureetti Kilaashin kooviin 14 to’atame.
Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bureetti meeshaan waraana seeraan ala daddarba…
Jilli addaa Muummeen Ministira dooktar Abiy Ahimadin ergame preezdaantii Gibts Abdulfattaah Al…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) – Jilli addaa Muummeen Ministira dooktar Abiy Ahimadin ergame preezdaantii Gibts Abdulfattaah Al siisii waliin walarge.
Jilicha keessatti kan…
Sirni baniinsa sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) - Sirni baniinsa sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa gaggeeffame.
Saganticharratti muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad…
Magaalaa Baatuutti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) - Magaalaa Baatuutti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame.
Hirmaattonni hiriirichaa jijjiirrama…
Magaalaa Adaamaatti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) -Magaalaa Adaamaatti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame.
Hiriirichaan hirmaattonni jijjiirrama hoggansa muummee…
Magaalaa Ambootti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) - Magaalaa Ambootti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame.
Hiriirri deeggarsichaa Istaadiyamii Ambootti…
Maatin Diraamaa Abbaa Jaamboo badhaafaman
Finfinnee, Guurandhala 14, 2012 (FBC) – Maatin Diraamaa Abbaa Jaamboo badhaafaman.
Haaluma kanaan:
1/ Barreessaa fi Gaazexeessaa Sabsibee Abbabaa; waancaa fi Birrii kuma 100,
2/…
Sirni badhaasaa fi beekamtii laachuu diraamaa Abbaa Jaamboo magaalaa Finfinneetti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Sirni badhaasaa fi beekamtii laachuu diraamaa Abbaa Jaamboo magaalaa Finfinneetti gaggeeffame.
Diraamaan Abbaa Jaamboo; Barreessaa fi Gaazexeessaa…
Hojiin eegumsa naannoo sadarkaa biyyoolessaatti itti fufiinsan ni gaggeefama jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Sadarkaa biyyoolessaatti hanga baatii Gurraandhala 30,2012tti hojiin eegumsa naannoo lafa heektaara miiliyoona 2 olirratti ni hojjetama.…
Ijaarsi Wiirtuu To’annoo Tiraafikaa Finfinnee eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Ijaarsi Wiirtuu To'annoo Tiraafikaa Finfinnee eegalame.
Ijaarsicha kan eegalchiisan itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa…