Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalota addaddaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Magaalota addaddaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame.
Magaalaa Hararitti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Yuunvarsiitin Jimmaa barattoota damee barnoota addaddaatin leenjisaa ture 3,135 ebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) -Yuunvarsiitin Jimmaa barattoota damee barnoota addaddaatin leenjisaa ture 3,135 ebbisiise.
Ebbifamtoonni barnoota isaanii idilee,…
Ajjeechaa fi madoo kaleessa magaalaa Burraayyuutti qaqqabeen walqabatee shakkamtoonni 17…
Finfinnee, Guurandhala 14, 2012 (FBC) – Ajjeechaa fi madoo kaleessa magaalaa Burraayyuutti qaqqabeen walqabatee shakkamtoonni 17 to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.…
Humnoota farreen nageenyaa seeratti dhiyeessuu fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessuuf hojjechaan jira…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Ummata waliin ta’uudhan humnoota farreen nageenyaa adamsee seeratti dhiyeessuu fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessuuf hojjechaan jira jedhe…
Sirni sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa ifoomsu Dilbata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Sirni sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa ifoomsu Dilbata dhufu gaggeeffama.
Sagantichi kan gaggeeffamu Dilbata dhufu…
Abbaan taayitaa daandiwwan Ityoophiyaa giddugala agarsiisa dhaabbii ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Abbaan taayitaa daandiwwan Ityoophiyaa giddugala agarsiisa dhaabbii ijaarsise eebbisiise.
Giddugalichi adeemsa seenaa dhaabbatichaa, ga’ee inni…
Jilli hoggansa KFO magaalaa Sabbataatti deeggartootaa fi miseensota isaa waliin mari’ate
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Jilli hoggansa Koongirasii Federaalawa Oromoo magaalaa Sabbataatti deeggartootaa fi miseensota isaa waliin mari'ate.
Jilichi dhimmoota…
Hiriirri deeggarsaa MM Dr Abiy Ahimad, bakkeessawwan addaddaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, bakkeessawwan addaddaatti gaggeeffamaa jira.
Hiriirichaan dhaadannoowwan…
Obbo Ashabbir Baalchaa hoji raawwachiisaa olaanaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Obbo Ashabbir Baalchaa hoji raawwachiisaa olaanaa Humna Elektirikii Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Naannoo Oromiyaa magaalaa Ambootti bara 1973…
Tarsiimoon damee qonnaa ammayyeessuuf gargaaru qoratamuun ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Tarsiimoon damee qonnaa ammayyeessuuf gargaaru qoratamuun ibsame.
Tarsiimichi Koorporeeshinii Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa fi Eejansii…