Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti ijaarsii daandii kiilo meetirri 340 hojjetameera
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti ijaarsi daandii kiilo meetira 340 haaraa fi suphaan hojjetamuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Finfinnee…
Baatiin fayyaa haadholii sadarkaa biyyoolessaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajji 1, 2012 (FBC) – Baatiin fayyaa haadholii mata duree "Haati utubaa maatii fi biyyaatii." jedhuun sadarkaa biyyoolessaatti kabajamaa jira.
Baatichi sadarkaa…
Ityoophiyaa fi Jaappaan bu’uraalee misoomaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee walii…
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jaappaan bu’uraalee misoomaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee walii mallatteessan.
Sanada walii galtee kana konfaransii…
Daawwiin muummee ministiraa hariiroo Ityoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa ni cimsa- Ambaasaaddar Dr…
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwiin Afrikaa Kibbaatti taasisan hariiroon biyyoota lamaanii gara tumsa tarsiima'aatti kan ceesisu ga'ee olaanaa…
Duulli misooma suluulaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Duulli misooma suluulaa bara kaanaa akka naannoo Oromiyaatti hirmaannaa hawaasaatin godina Harargee Lixaa aanaa Gubbaa Qorichaa araddaa Ulaagaatti…
Walga’iin marii Hidha haaromsaarratti gaggeeffama ture waligaltee malee xumurame
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Walga’iin marii Hidha haaromsaarratti gaggeeffama ture waligaltee malee xumurame.
Hidha Haaromsaarratti walga’iin teeknikaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi…
Balaa tiraafikaa Godina Gaamoo Aanaa Abbayaatti qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Balaa tiraafikaa Godina Gaamoo Aanaa Abbayaatti guyyaa har’a qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu himame.
Konkolataan deeddebisaa uummataa minibaasii…
MM Dr Abiy gara Afrikaa Kibbaa imalan
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii isaanii Iikwaatooriyaal Giinii xumuruun gara Afrikaa Kibbaa imalan.
Dooktar Abiy turmaata isaanii…
Naannoo sulula Awaashitti misoomni qamadii gammoojjii hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Naannoo sulula Awaashitti misoomni qamadii gammoojjii hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Lafa heektaara kuma 10 ol irratti misoomni…
Tajaajila kaffaltii tiraafikaa baankota 5tti laachuf qophiin taasifameera
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti tajaajila kaffaltii tiraafikaa Wiixataa eegalee baankota 5tti laachuf qophiin taasifameera.
Itti aanaan kantiibaa…