Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Eerdohaan waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turki Reesip Xaayib Eerdohaan waliin dhimmoota gamlameerratti mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad…
Obbo Ibraahim Malkaa Du’aan boqotan
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Qabsa’aa gameessi ummata Oromoo Obbo Ibraahim Malkaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotan.
Obbo Ibraahim Malkaan qabsaa’aa gameessa, sirna Abbaa irree Dargii…
‘Airbus A350-1000’ 2ffaan Tajaajila Mijataa kan cimsu ta’uun ibsame
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Xiyyaarri 'Airbus A350-1000' (ET-BAX) 2ffaan tajaajila mijataa fi ammayyaa’a Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa maamiltootaaf kennaa jiru kan cimsu ta’uun…
Pireezidaanti Shimallis Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwatan
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwataniiru.
Pirojektichi…
Wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tattaaffiin taasifamaa jiru fakkeenya-Pirof.…
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tattaaffiin taasifamaa jiru fakkeenyummaan kan ibsamuudha jedhan Ministirri Ministeeraa Barnootaa Pirofeesar…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa dhaabbilee lama waliin waliigaltee mallattesse
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Daandiin Qiilleensa Itiyoophiyaa Dhaabbata Ayiveeshinii Heenaan Chaayinaa fi Garee Fichiisisa Shiiyaaman waliin hojjechuuf waliigaltee mallattesseera.…
Godaantoonni 169 gara Biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Godaantoota seeraan alaa169 balallii marsaa lamaan gara biyyaatti deebisuu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise.
Embaasichi Dhaabbata Godaantoota…
Waltajjiin xumuraa Guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka Pireezidaanti Taayyeen…
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Waltajjiin xumuraa guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen argamanitti Yaadannoo Injifannoo Adwaatti…
Zooniin Addaa Diinagdee beekkamtii Magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Zooniin Addaa Diinagdee Sadarkaa Idil Addunyaatti beekkamtii magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e
Waliigalticha Daayrektarri…
Taphni Juuveentus Maanchister Siitii waliin taasisu hawwiin eegama
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Tapha ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa guyyaa 2ffaan, taphni Juuventus Maanchister Siitii waliin, Boorshiyaa Dortimandi Baarseloonaa…