Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministiroonni Alaa Sudaan Kibbaa, Riippaablika Giddugaleessa Afrikaa, Keeniyaa fi Siisheelsi…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) - Ministiroonni Dhimma Alaa Sudaan Kibbaa, Keeniyaa, Riippaablika Giddugaleessa Afrikaa fi Siisheelsi Walga'ii Idilee 46ffaa Hoji Raawwachiiftoota Gamtaa…
Dooktar Geediyoon Ministiroota Alaa Naayijeeriyaa fi Somaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministiroota Alaa Naayijeeriyaa fi Somaaliyaa waliin dhimmoota waloorratti…
Kantiibaa Adaanech Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee Namuusa Itiyoophiyummaan Keessummoota akka…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Jiraattoonni Magaalichaa Namuusa Itiyoophiyummaan Keessummoota akka simatan waamicha…
Finfinneetti hanga Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa xumuramutti sochiin Geejjiba Doqdoqqee…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Magaalaa Finfinneetti hanga Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa xumuramutti sochiin Geejjiba Doqdoqqee dhorkamuu Biiroon Geejjiba magaalichaa…
Keessummoonni keenya Teessoo Dippiloomaatoota Afrikaa kan taatee Finfinnee baga nagaan…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Hirmaattoonni Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf teessoo Dippiloomaatoota Afrikaa kan taatee Magaalaa Finfinnee baga nagaan dhufan jedhan Ministirri Ministeera…
Ministiroonni Alaa Jibuutii fi Ruwaandaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Ministiroonni Dhimma Alaa Jibuutii fi Ruwaandaa Walga’ii Idilee 46ffaa Mana Maree Hoji Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf qophiin barbaachiisu taasifameera-TKM
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Yaa’ii Idilee 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaaf qophiin barbaachiisu taasifamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Magaalaa Dirre Dhawaatti Piroojektiin Misooma Koriidarii Kiiloomeetira 8.54 uwwise hojjetamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Magaalaa Dirre Dhawaatti Piroojektiin Misooma Koriidarii Kiiloomeetira 8.54 uwwise bakkeewwan garaagaraa 5tti hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira…
Itiyoophiyaan lammiilee Sudaan Kibbaa 644 carraa barnoota bilisaa kennite
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan bara barnootaa 2024/25 lammiilee Sudaan Kibbaa 644’f carraa barnoota bilisaa kennuun ibsameera.
Lammiileen 577 carraa barnoota digirii…
Naannoo Gaambeellaatti Misoomni Koriidarii eegale
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umoodun bulchiinsa magaalaa Gaambeellaatti hojii Misooma Koriidarii eegalchiisaniiru.
Haaluma…