Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galmeen barattoota qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 fudhatanii Mudde 6, 2017 eegala – BBO
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Galmeen barattoota qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa bara 2017 fudhatanii Mudde 6, 2017 Interneetiin kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.…
Haalli qilleensaa Gogaa, aduu fi qilleensaa’aan yeroo amma jiru guyyoota kurnan itti aanaan itti…
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Haalli qilleensaa Gogaa, Qorraa, aduu fi bubbisaan yeroo amma jiru guyyoota kurnan itti aanaan kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Aanaa Galaanitti lafti kana dura qotamee hin beekne Dhaabbata Qarcaansheen gara misoomaatti…
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Gujii Lixaa aanaa Galaanitti lafti kana dura qotamee hin beekne Dhaabbata Qarcaansheen gara oomishtummaatti jijjiiramuu ibsameera.
Lafti kun bakka oomisha…
Shawa Lixaa aanaa Abuunaa Gindabaratitti miseensonni WBO waamicha nageenyaa fudhatan galaa jiru
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Waliigaltee Nageenyaa taasiifame hordofee Shawa Lixaa aanaa Abuunaa Gindabaratitti miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo waamicha nageenyaa fudhatan galuu…
Hojii Misooma Koriidarii Magaalaa Jigjigaa baatii 3 keessatti xumuruuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Birrii biiliyoona 3.5 oliin hojjetamaa kan jiru Hojii Misooma Koriidarii Magaalaa Jigjigaa baatii 3 keessatti xumuruuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.…
Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Meettaa Roobiitti hawaasa waliin mari’atan
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Meettaa Roobiitti kutaalee hawaasa waliin mari’ataniiru.…
Ijaarsi Piroojektii Finnaa Gooyidar 80 qaqqaabuun ibsame
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Ijaarsi Piroojektii Finnaa Gooyidar %80 qaqqaabuu Biiroon Misooma Jallisii fi Horsisee Bulaa Oromiyaa beeksise.
Pirokjektichi Godina Baalee Bahaa Aanaa…
Hanqinni raawwii Piroojektoota misooma jallisiirratti mul’atu hawaasa biratti komii uumuu ibsame
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Hanqinni raawwii ijaarsa Piroojektoota misooma jallisii guguddoorratti mul’tan hawaasa biratti komii uumuu Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ibsan.…
Manneen barnootaa magaalaa Jimmaa keessatti argaman % 55 ol ulaagaa Ministeerri barnootaa baase hin…
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Manneen barnootaa magaalaa Jimmaa keessatti argaman % 55 ol ulaagaa Ministeerri barnootaa baase kan hin guutne ta’uu ibsameera.
Magaalaa Jimmaatti manneen…
Ayyaanni Diishtaa Giinaa kabajamaa jira
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti ayyaana bara haaraa saba Aarii kan ta’e ayyaanni Diishtaa Giinaan Magaalaa Jiinkaatti kabajamaa jira.
Ayyaanni kun mata duree…