Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ce’umsi Dijitaalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa cimee itti fufa – F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC) - Ce’umsi Dijitaalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa cimee kan itti fufu ta’uu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu…
Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa Oromiyaa gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)- Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 2ffaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumuramuun ibsame.
Gamaaggama kanaan…
Dooktar Alamuu Simeen Giddugala Suphaa Geejjiba Paabilik Sarvisii daawwatan
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Buufataalee Tajaajilaa fi Giddugaloota Suphaa Geejjiba Paabilik Sarvisii…
Misooma Kooriidarii Finfinnee Boqonnaa 2ffaan maaltu hojjetamaa jira?
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)- Misoomni kooriidarii Magaalaa Finfinnee boqonnaa 2ffaan naannawaalee 8’tti gaggeeffamaa jira.
• Misoomichi lafa hektaara kuma 2 fi 879 irratti kan…
Mariin Nageenya Hirmaattota Yaa’ii Gamtaa Afrika eegsisuuf kaayyeffate gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)-Poolisiin Federaalaa Poolisii Chaayinaa waliin ta’uun Nageenya Hirmaattota Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 38ffaa eegsisuuf marii kaayyeffate geggeessaniiru.…
Dandeettiin Fe’umsaa Geejjiba Baabuuraa Fooyya’aa Jira-Inj. Taakkalaa Uumaa
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)- Dandeettiin Fe’umsaa daldalaa alaa fi fichisiisaa Geejjiba Baabuuraa fooyya’aa jiraachuu Hoji raawwachiisaan Dhaabbata Geejjibaa Baaburaa Itiyoo-Jibuutii…
Manni Maree Miidiyaalee Ajandaalee Marii Biyyaalessaa komishinichaaf dhiyeesse
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)-Manni Maree Miidiyaalee Ajandaalee marii biyyaalessaan irratti mari'ataman Komishinii Marii Biyyaalessaaf dhiyeesse.
Sirna walharkaa fuudhinsaarratti…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan kalaqoota deeggarsa Waldaa Shaggariin gahooman daawwatan
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan kalaqoota deeggarsa Waldaa Shaggariin gahooman daawwataniiru.
Hundeeffamni Waldaa…
Paarkiiwwan Bashannana Ummataa lammiilee kuma 5’f carraa hojii uumaan
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Paarkiiwwan Bashannana Ummataa 27 misooma Koriidariin ijaaramuu Korporeeshiniin Bulchiinsa Iddoolee Bashannana Ummataa magaalichaa…
Hawaasni daldalaa Seenessii waloo cimsuuf gumaachuu qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)- Hawaasni daldalaa tokkummaa sabdaneessaa Itiyoophiyaa fi seenessii waloo jabeessuuf gumaacha taasisuu akka qabu Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira…