Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhalattoonni Tigraay Finfinneetti argaman hiriira deeggarsaa bahan
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC) - Dhalattoonni naannoo Tigraay Finfinneetti argaman mata duree 'filannoon keenya nageenya' jedhuun hiriira deeggarsaa bahaniiru.
Jiraattoonni kunneen…
Magaalichatti rakkoolee nageenya hawaasarra miidha qaqqabsiisan dhabamsisuuf hojiin hojjetamu cime…
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC)-Poolisiin Magaalaa Finfinnee Sababoota ka’umsa yakkaa fi rakkoolee nageenya hawaasarra miidha qaqqabsisan dhabamsisuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan…
Pireezidaanti Taayyeen Miseensoota Waldaa Gootota Itiyoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Miseensoota Mana Maree Waldaa Gootota Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.
Marii Isaaniin Pireezidaanti…
Aanaa Meettaatti balaa Tiraafikaan Lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 8 darbuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksisee.
Balichi konkolaataan…
Gareen Poolisii Federaalaa dorgommii deebii saffisaa irratti hirmaachaa ture ga’umsaan xumure
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) – Gareen Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa dorgommii deebii Saffisaa Idil Addunyaa ‘SWAT’ Dubaayirratti hirmaate dorgommicha ga’umsaan xumuruu…
Pireezidaanti Shimallis Sheek Hajii Ibraahim Tufaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Pireezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Itiyoophiyaa Sheek Hajii…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa kenna tajaajilaa fooyyessuuf kutannoon hojjechaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa kenna tajaajilaa fooyyessuuf kutannoon hojjechaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Daandiin lafa jalaa fi bakki bashannanaa Pilaazaan Kiiloo 4 tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Daandiin lafa jalaa fi bakki bashannanaa Pilaazaan Kiiloo 4 eebbifamuun tajaajilaa kennuu eegaluu ibsame.
Finfinnee Miidhagduu,…
Daandiiwwan saffisaa Finfinnee irraa ka’an afur ijaaruuf qoratamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) – Daandiiwwan saffisaa haaraa afur Finfinnee irraa gara kutaalee biyyaatti garaagaraatii bahan ijaaruuf qorannoo gaggeessaa jiraachuu…
Ijaarsi Daandiiwwan haaraa fi buleeyyii Magaalaa Finfinnee Magaalaa Shaggariin walqunnamsiisaan…
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) – Dhiibbaa Tiraafikaa karrawwan Finfinneerratti uumaman hir’isuuf kan dandeessisan ijaarsi Daandiiwwan haaraa fi buleeyyii raawwatamaa jiru jedhame.…