Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dadaritti balaa tiraafikaan lubbuun namoota cidhaa galan 3 darbe
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)-Godina Harargee Bahaa Magaalaa Dadaritti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota cidhaa galan 3 darbuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksise.
Balichis…
Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa har’as Itti fufe gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata Duree “ Waadaa Hanga Aadeffannaatti “ jedhuun kaleessa eegale har’as itti fufe gaggeeffamaa jira.…
Yaadonni Dooktar Abiy Badhaadhina Itiyoophiyaa qofa osoo hintaane kan Afrikaallee mirkaneessuuf…
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Yaadonni Ministira Muummee Itiyoophiyaa fi Pirzidaantiin Paartii Badhaadhinaa Ministira Muummee FDRI Doktar Abiy Itiyoophiyaa irra darbee badhaadhina…
Nageenyi, misoomni fi tokkummaan ajandaa ijoo Paartii Badhaadhinaati-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Nageenyi, misoomnii fi tokkummaan ajandaa ijoo Paartii Badhaadhinaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy Ahimad Yaa'ii…
Boqonnaa 2ffaan Badhaadhinaa Bara dagaaginaati-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Boqonnaa 2ffaan Badhaadhinaa Bara dagaaginaati ta'uu Pireezidaantiin paartii badhaahdinaa fi Ministirri muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad akeekan.…
Itiyoophiyaatti seenaa yaa’ii keessatti kan bakka bu’oonni sabaa fi sablammootaa hundi irratti…
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Itiyoophiyaatti seenaa yaa’ii keessatti kan bakka bu’oonni sabaa fi sablammootaa hundi irratti hirmaataan Yaa’ii Badhaadhina qofa jedhan Ministirri muummee…
Daran caalchisanii ijaaruun mallattoo Paartii Badhaadhinaati-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Diiguu qofa utuu hintaane Daran caalchisanii ijaaruun mallattooo Paartii Badhaadhinaati jedhan Pireezidantiin Paartii Badhaadhinaa fi Ministirri Muummee…
Imalli badhaadhinaa Itiyoophiyaa kan hinhafnedha-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Imalli badhaadhinaa Itiyoophiyaa kan hinhafneedha jedhan Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa fi Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar…
Sirni Baniinsaa Yaa’ii idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC) – Sirni Baniinsaa Yaa’ii idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree “Waadaa hanga Aadeffannaatti” jedhuun Magaalaa…
Obbo Adam Faaraah jila Paartii Koministii Kuubaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)–Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii…