Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech ijaarsa Manneen jireenyaa Ayaat Kaasaanchiis eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa Manneen jireenyaa Ayaat Kaasaanchiis eegalchiisaniiru.
Sagantaa kanaan Manneen jireenyaa…
Qonnaan Bulaa Oomisha qamadiin Abbaa qabeenya miiliyoonootaa ta’an
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Obbo Fayyisaa Buttaan jiraataa Godina Arsii Aanaa Heexoosaa ganda Guchii Abbee Badoosaati.
Waggaa 10 dura Obbo Fayyisaan sangaa tokkon lafa heektaara…
Sharafni alaa gabaan akka murtaa’u ta’uun faayidaa diinagdee argamsiiseera – Obbo Abbee Saannoo
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Sharafni alaa gabaan akka murtaa’u ta’uun faayidaalee diinagdee hedduu argamsiisuu Pireezidaantiin Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Obbo Abbee Saannoon…
Gaazeexeessitoonni biyya keessaa fi alaa hojiilee Riifoormii Poolisii Federaalaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Gaazeexeessitoonni biyya keessaa fi alaa Itiyoophiyaatti argaman hojiilee Riifoormii Poolisii Federaalaa daawwataniiru.
Hojiilee bu’aa qabeessa Ittisa…
Raawwiin Ijaarsa Buufataale Xiyyaaraa haaraan naannoolee biyyattii addaa addaatti eegalaman sadarkaa…
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC)- Ijaarsi Buufataalee Xiyyaaraa Naannoolee Biyyattii adda addaatti eegalamansadarkaa gaarirra jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii…
Magaalaa Walisootti Sagantaan eegalchiisa ijaarsa Mana Barumsaa Bultii Addaa Ifa Boruu gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti sagantaan eegalchiisa ijaarsa Mana Barumsaa Bultii Addaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa gaggeeffameera.…
Adaamaatti dargaggootaaf carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti dargaggootaaf carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Magaalichaatti…
Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaagaraa keessatti mariin imala ijaarsa biyyaarratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC)- Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaa garaa keessatti mariin imala ijaarsa biyyaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.,
Marichi Imala…
Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti Duulli Misooma Sululaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC)- Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti Duulli Misooma Sululaa guyyoota 60’f turu gaggeeffamuu eegaleera.
Godina Wallagga Bahaatti hojii Misooma sululaa…
Manni Marichaa walga’ii idilee16ffaa bara Hojii 4ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 16ffaa Bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa walga'ii isaan Dhaabbata Abba gaar…