Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa walta’iinsa FBC waliin qabu akka cimsu ibse
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa walta’iinsa Faanaa Biroodkastiingi Koorporeet waliin qabu akka cimsu ibse.
Baankichi waggaa 30ffaa hundeeffamaa FBC…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa daandii Tajaajila idil addunyaa filatamaa jedhamuun badhaafame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo 8ffaa daandii tajaajila idil addunyaa filatamaa jedhamuun badhaafameera.
Walga’iin Waliigalaa Waldaa Daandiiwwan…
Manni Maree Ministirootaa dhimmoota garaagarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Mannii Maree Miistirootaa walga’ii idilee 40ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Haaluma kanaan manni marchaa…
Daandiin qilleensichaa maqaa gaarii qabutti dabalataan caalee akka argamu hojjetamaa jira-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa maqaa gaarii qabutti dabalataan caalee akka argamuuf hojjetamaa jiraachuu Hoji Gaggeessaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sadarkaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Asallaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) - Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti yeroo 20ffaaf mata duree "Tuurizimii Nageenyaaf!" jedhuun Godina Arsii Magaalaa Asallaatti marii…
Naannoo Tigraayitti hojiin loltoota duraanii deebisanii dhaabuu eegalame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Naannoo Tigraayitti hojiin loltoota duraanii deebisanii dhaabuu eegalamuu Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa beeksise.
Komishinichi naannolee 7…
Lammiileen 104 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Jibuutiitti haala rakkisaa keessa turan 104 gara biyyaatti deebi’uu Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise.
Embaasichi, Dhabata…
Beenishaanguul Gumuzitti hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiran kan jajjabeeffaman ta’uu Pireezidaantii Itti…
Cabiinsa siyaasaa fi yaadota duubatti hafoo sireessuun injifannoo olaanaan galmaa’eera- Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)-Paartiin Badhaadhinaa cabiinsa siyaasaa mudatee fi yaadota duubatti hafoo sirreessuun injifannoo olaanaan galmaa’eera jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Itiyoophiyaan yaa’ii misooma Ogummaa fi Barnoota Teeknikaa Addunyaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Mufariyaat Kamiil yaa’ii misooma Ogummaa fi Barnoota Teeknikaa Addunyaa Chaayinaa Tiyaanjiitti gaggeeffamaa…