Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ruuzii biyya alaarraa galu kan biyya keessan bakka buusuuf hojjetamaa jira-Obbo Geetuu Gammachuu
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Ruuzii biyya alaarraa galu kan biyya keessan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun ibsan.
Naannoo…
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Albuudaa Itinoo Maayiniing eebbisiisan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Albuuda Warqee Itinoo Maayiniing Naannoo Gaambeellaatti ijaarame eebbisiisaniiru.
Naannoo…
Qonnaan bulaan teknooloojii guutuutti fayyadamee akka oomishuuf mootummaan hojjetaa jira- Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa,Obbo Awwaluu Abdii fi hoggantoonni olaanoon Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti Qamadii…
Adeemsi hidhattoota duraanii hidhannoo hiikkachiisuun gara giddugalaa galchuu boru eegala jedhame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Hojiin hidhattoota duraanii waaraan dhaabuuf hidhannoo hiikkachiisuun gara giddugala Haaromsaa galchuu boru kan eegalu ta’uu Komishiniin Haaromsa…
Guyyaan Daa’imman Addunyaa Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Guyyaan Daa’imman Addunyaa akka Addunyaatti yeroo 35ffaaf, Itiyoophiyaatti immoo yeroo 19ffaaf Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Guyyichi mata…
Oromiyaatti hanga ammaatti oomishni lafa hektaara miiliyoona 3 fi kuma 300 fi kuma 64 olirraa…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti lafa Qonna Gannaan misoome hektaara miiliyoona 11 fi kuma 600 fi kuma 44 ol keessaa hanga ammaatti oomishni lafa hektaara miiliyoona 3…
Guyyaa Saboota, Sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun Mariin Paanaalii Magaalaa Finfinneetti…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 19ffaa sababeeffachuun Mariin Paanaalii qindeessummaa Caffee Oromiyaa, Bulchiinsa Magaalaa…
Labsichi dhaabbileen ergama isaanii gahumsaa fi qulqullinaan akka raawwatan kan dandeessisudha-MMBBU
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Labsiin Hojjettoota Mootummaa dhaabbileen ergama isaanii gahumsa,qulqullinaa fi bu’a qabeessummaan akka raawwatan kan dandeessisu ta’uu Mana…
Guyyaan Turizimii Addunyaa Oromiyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Guyyaan Turizimii Addunyaa kan bara 2017 sadarkaa Oromiyaatti mata duree “Nageenyaa fi Turizimii” jedhuun Godina Arsiitti kabajamaa jiraachuun ibsame.…
Guyyoottaan kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala Qilleensaa Aduu fi qalleensa’aa…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Guyyoottaan kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala Qilleensaa Gogaa, Aduu fi qalleensa’aa ta’e kan qabaatan ta’uu Inistiityuutiin Raaga…