Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan garaagarummaa kamuu mariin furuu fi araara akka filannnoo nageenyaa ijootti fudhachuun…
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Mootummaan garaagarummaa kamuu mariin furuu fi araara akka filannnoo nageenyaa ijootti fudhachuun hojjechaa jiraachuu Tajaajilii Kominikeeshinii Mootummaa…
Dargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaa duudhaa isaa eeggateen…
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) –Dargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaa duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuuf kan hojjetan ta’u ibsaniiru.…
Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabame-Ministeericha
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Oomishi Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Hoji Raawwachiisaa Dursaa Misooma Jirbii Ministeerichaa Obbo…
Duulli bakka bultii Taabotaa qulqulleessuu gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Ayyaana Cuuphaa Sababeefachuun Duulli bakka bultii Taabotaa Hurufa Boombii (Jaanmeedaa) qulqulleessuu gaggeeffameera.
Duulichis mata duree “Ayyaana…
Obbo Awwaluu Abdiin Sochii Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Pireezidaantii itti Aanaa Mootummaa Naannoo oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Sochii Dhaabbilee Misoomaa Naannnoo Oromiyaa daawwataniiru.
Daawwannichaan…
Finfinneetti Raayyaan Nageenyaa marsaa 2ffaaf eebbifaman
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee miseensota Raayyaa Nageenyaa marsaa 2ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera.
Hoggantuun Biirichaa…
Teeknooloojiin Diroonii Poolisiin tajaajila fooyya’aa akka kennu taasisa jedhame
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Teeknooloojiin Diroonii Poolisiin tajaajila fooyya'aa akka kennu kan taasisu ta'uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise.
Komishinarri Jeneraalaa…
Kaantiibaa Adaanech Abeebeen Abbootii amantaa Ortodoksii Waloomaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Abbootii amantaa Ortodoksii Waloomaa waliin mari'ataniiru.
Ayyaanni Cuuphaa duudhaa amantummaa…
Jilli Paarlaamaa Iraan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) - Jilli Af Yaa'ii Mana Maree Iraan Mahaammad Gaaliibaafiin durfamu Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera.
Itiyoophiyaan daandii misoomarra jiraachuu fi…
Qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu balaawwan qaqqabanirraa baraarameera-Komishinicha
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Baatiiwwaan ja’an darban balaa qaqqabaniin manca’uuf kan ture qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu baraaruun akka danda’ame Komishiniin Hoggansa…