Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dargaggoonni Ayyaana Cuuphaa tibbana kabajamu sababeeffachuun Hurufa Boombii qulqulleessaan
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee Ayyaana Cuuphaa tibbana kabajamu sababeeffachuun Hurufa Boombii qulqulleessuu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii magaalichaa…
Cuuphaa hanga Yaa’ii Gamtaa Afrikaatti hojiileen Itiyoophiyaa mul’isan hojjetamaa jiru
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Cuuphaa hanga Yaa’ii Gamtaa Afrikaatti hojiileen daran Itiyoophiyaa mul’isan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Tuuriizimii ibse.
Ministir Deetaan…
Hanga ammaatti laftii heektarri Miiliyoonni 2.9 ol facaa’eera Pireezidaantii Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Hanga ammaatti lafti heektarri miiliyoonni 2.9 facaa'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan ibsan.
Qonni mala jireenyaa…
Godaantoonni 346 Keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Godaantoonni 346 Keeniyaarraa gara biyyaattii deebi’aniiru.
lammiileen 346 faddaaltoota seeraan alaan gowwoonfamanii gara Afrikaa kibbaatti ce’uuf osoo…
Azaarbaajaan tumsa damee Qonnaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaa fi Azaarbaajaan tumsa damee Qonnaa fi Invastimantiin qaban caalmaatti guddisuuf mari’atan.
Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Yakka malaammaltummaan kan himataman Luba Balaay Makonniin faan badii raawwatan jedhaman
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Lakkoofsa Herreega Gamtaa Afrikaarraa Doolaara miiliyoona 6 fi kuma 50 waliin dhahuuf yaaluun yakka malaammaltummaan kan himataman Luba Balaay Makonniin…
Biirichi Piroojektoota bishaanii madda komii ta’an xumuruuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa piroojektoota bishaanii madda komii hawaasa ta’anii turan xumuruun tajaajilaaf banaa taasisuuf xiyyeeffannoo kennee…
Obbo Awwaluun Hoggantoota dhaabbata Reach Digital jedhamu ’waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Dhaabbata Teekinoolojii Biyya Emereetoota Araba Gamtoomanii Reach Dijital jedhamu…
Xaa’oon Biyyoo Meetirik Tooniin kumni 300 fi kumni 13 Jibuutii qaqqabe
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Xaa’oon Biyyoo Meetirik Tooniin kumni 300 fi kumni 13 ol oomisha bara 2017/18'f oolu Jibuutii qaqqabuu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii…
Dooktar Abiy Misooma Koriidarii magaalaa Goondar daawwatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haroomsa Masaraa Faasiladaasii fi misooma Koriidarii magaalaa Goondaritti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…