Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Sassaabbiin oomisha Qamadii saffisaan akka raawwatamu hubachiisan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sassaabbiin oomisha Qamadii saffisaan akka raawwatamu hubachiisan.
Sassaabbiin oomisha Qamadii eegalamuu…
Hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa gamaaggama kurmaana 1ffaa gaggeessuuf Asoosaa galan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2017 gaggeessuuf magaalaa Asoosaa galaniiru.
Hoggantoonni…
Heeliikooptarri caccabes, rakkoon mudates hin jiru – Ministeera Raayyaa Ittisaa
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) –Bahirdaaritti Heeliikooptarri caccabes rakkoon mudates kan hin jirre ta'uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksise.
Beeziwwan Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Balaan Ibiddaa Markaatoo naannawaa Gamoo Jaabulaanitti mudatee ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Balaan Ibiddaa magaalaa Finfinnee Markaatoo naannawaa Gamoo Jaabulaanitti mudatee ture to'atamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa magaalichaa beeksise.…
Magaalaa Shaggar, Godina Shawaa Lixaafi Shawaa Kibba Lixaatti mariin nageegyaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Mana Abbichuu, Godina Shawaa Lixaafi Shawaa Kibba Lixaatti mariin nageegyaa gaggeeffameera.
Qe’ee Oromootti nageenyi…
ObboTamasgeen Xirunaan Aanaa Mooratii fi Jirruutti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI ObboTamasgeen Xirunaan Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Mooratii fi Jirruutti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Aanichatti…
Du’aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Somaaliilaand hordofee, Mootummaan Itiyoophiyaa ergaa…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Du'aan boqochuu pireezdaantii duraanii Somaalilaandii Ahimad Mahaammad hordofee, Mootummaan Itiyoophiyaa gaddi itti dhaga'amuu ibseera.
Pireezidaantiin…
Fiigichi guddichi Itiyoophiyaa karaa nagaan xumuramuu poolisiin beeksise
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Fiigichi guddichi Itiyoophiyaa namoota kuma 50 ol hirmaachise karaa nagaan xumuramuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Poolisiin Federaalaa teeknooloojiin…
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Sosochiin Ispoortii waliigalaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti guyyaa hundeefama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun sosochiin Ispoortii waliigalaa gaggeeffameera.…
Jimmatti duulli qulqullina Magaalaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullina Magaalaa hoggantootaa mootummaa fi kutaalee hawaasaa hirmaachise gaggeeffameera.
Magaalaa jiraattoota isheef…