Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu balaawwan qaqqabanirraa baraarameera-Komishinicha
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Baatiiwwaan ja’an darban balaa qaqqabaniin manca’uuf kan ture qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu baraaruun akka danda’ame Komishiniin Hoggansa…
Hojmaataan ala hojjettoota 16 akka qacaraman kan taasise hidhaa fi mallaqaan akka adabamu itti…
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Himatamaan hariiroo faayidaa uummachuun hojmaataan ala hojjettoonni 16 akka qacaraman kan taasise hidhaa waggaa 14 fi maallaqaan akka adabamu Manni Murtii…
Mootummaan lammiilee Maayinaamaaritti rakkoo keessa jiran baraaruuf tattaaffii taasiisu itti fufeera
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Mootummaan Itiyoophiyaa lammiilee Maayinaamaaritti rakkoo keessa jiran baraaruuf tattaaffii taasiisu cimsee itti fufuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.…
Godina Arsiitti Qamadiin lafa hektaara kuma 300 ol irratti jallisiin misoome kunuunfamaa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Godina Arsiitti Qamadiin lafa hektaara kuma 300 fi kuma 7 ol irratti jallisii Boneen misoome kunuunfamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.…
Kirkirri lafaa dandeettii teeknooloojii, qorannoo saayinsaawaa, xiinxalaa fi raagaa kan…
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Qophaa’ummaan akeekkachiisa duraa fi deebii kennuu kirkira lafaa dandeettii teeknooloojii, qorannoo saayinsaawaa, xiinxalaa fi raagaa kenya kan murteessu…
Jilli Paarlaamaa Iraan daawwannaa hojiif Finfinnee gale
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)-Jilli Afyaa’ii Paarlaamaa Iraan Dooktar Mahaammad Baaqar Qaaliibaafiin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Ithiyoophiyaatti namoota kuma 3’f yaalli Agartuu ijaa deebisanii dhaabuu taasifame
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Ithiyoophiyaatti qaroo dhabeeyyii kuma 3’f yaalli Agartuu ijaa deebisanii dhaabuu taasifamuu ibsameera.
Tajaajilli Tishuu Itiyoophiyaa fi Baankii…
Gabii Rasuutti hawaasa sababa kirkira lafaan buqqa’aanif deeggarsi namoomaa taasifame
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Naannoo Afaar Godina Gabii Rasuutti sababa kirkira lafaan hawaasa buqqa'aaniif deeggarsi namoomaa taasifameera.
Hoggantuun Biiroo Geejjibaa Naannoo…
Gamoon Kutaa Magalaa Lidataa abbaa darbii 13 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Gamoo Kutaa Magaalaa Lidataa abbaa darbii 13 ijaarame eebbisan.
Naannawaa hojii mijataa…
Damee dippiloomaasii gamhedduun gaheen Itiyoophiyaa dabaleera-Amb. Nabiyaat Geetaachoo
Finfinnee, Amajjii 08, 2017 (FMC)- Damee dippiloomaasii gamhedduun gaheen Itiyoophiyaa dabaluu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo ibsan.
Ambaasaaddar…