Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Taayye Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Azarbaajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Azarbaajaan Ilhaam Aliyeev waliin mari’ataniiru.
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen…
Itiyoophiyaan Konfiraansiin hojiilee Dippiloomaasii bu’aa qabeessa hojjette – Ministeera Dhimma Alaa
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan kurmaana 1ffaa darbe keessaa Konfiraansiiwwanii fi Yaa'iwwan keessummeessiteen hojiilee Dippiloomaasii bu’aa qabeessa hojjechuu Ministeerri…
Tigiraayitti Oomishi Qonnaa %50 walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Naannoo Tigiraayitti bara oomishaa 2016/17 lafa hektaraa kuma 700 fi kuma 27 misoome keessaa %50 kan ta’u walitti qabamuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…
Waliif owwaannee imimmaan harmee haa qoorsinu jedhan jiraattoonni Gujii Lixaa
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Godina Gujii Lixaa fi Magaalaa Bulee Horaatti hiriirri waamicha nageenyaa fi araaraa gaggeeffameera.
Hiriiricharratti Abootii Gadaa, Haadhoolii Siinqee…
Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti hiriirri waamicha araaraa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Aanaalee fi Magaalota Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Qellem Wallaggaa fi Baaleetti ummanni Hiriira ba’uun waamicha nageenyaa taasiise.
Abbootiin…
Jilli olaanoo Chaayinaa kutaa bulchiinsa Jiiyaansuu Finfinnee gale
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Jilli bulchaa olaanaa Kutaa bulchiinsa Jiiyaansuu Shuu Kuuliin durfamu Finfinnee galeera.
Jilichi waayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahu…
Jiraattonni Godina Arsii maaliif hiriira ba’an?
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Jiraattoonni Godina Arsii aanaalee garaagaraa hiriira ba’uun qaamolee hidhatanii bosona jiraniif waamichaa nagaa taasisaniiru.
Godinichatti, qaamni…
Alergitoonni sharafa alaa argatan keessaa %50 gurguruun kan hafe yeroo hin murtoofneef tursisuu…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Alergitoonni boruu eegalee sharafa alaa argatan keessaa %50 gurguruu fi %50 immoo yeroo hin murtoofneef lakkoofsa herregaa isaanii Itiyoophiyaa qaban…
Ambaasaaddar Jamaal Bakar carraaqqii dippiloomaasii fi gumaacha taasisaniin badhaafaman
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Paakistaanitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Jamaal Bakar paakistaanitti carraaqqii dippiloomaasii gaarii taasisaniin badhaasni kennameef.
Barruun…
Waliigalteen taasifamee manneen itti hingalamne
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)-Waggoota garaagaraatti manneen waliin jireenyaa 20/80, 40/60 fi manneen daldalaa waliigalteen taasifamuun dabarfamanii fi namni itti hingallee jiraachuun…