Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Warshaan Sukkaaraa Wanjii sukkaara kuntaala kuma 500 ol oomishuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiifi Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Itiyoophiyaa Invastimenti Hooldiing Biruuk…
Chaayinaan hirmaannaa invastimantii Itiyoophiyaatti taasistu guddisuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cheen Haay waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin, bu’uura…
Tola ooltonniifi abbootiin qabeenyaa deeggarsa dhiyeessii nyaataa cimsanii akka itti fufan gaafatame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Tola ooltonniifi abbootiin qabeenyaa deeggarsa dhiyeessii nyaataa cimsanii akka itti fufan Ejensiin Dhiyeessii Nyaataa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Gurmaa’insi caasaa gandaa haaraan hawaasni tajaajila si’ataa dhiyeenyatti akka argatu…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Gurmaa'insi caasaa gandaa haaraan hawaasni tajaajila si'ataa, haqa qabeessaa fi iftoomina qabu dhiyeenyatti akka argatu taasisaa jiraachuun ibsame.…
Hawaasni gaaffiilee dhimmoota adda addaarratti qabu akka dhiyeessu gaafatame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Hawaasni Barnootaa, Fayyaa, Diinadgee fi damee oomishaa, akkasumas dhimmoota ibsa barbaachisurratti gaaffiilee akka dhiyeessu Waajjirri Ministira…
Naannawaaleen haala qilleensaa Arfaasaaf mijatan rooba gadaanaa hanga giddugaleessaa ni argatu-IMI
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Naannawaalee haala qilleensaa Arfaasaaf mijataa qaban roobaa gadaanaa hanga giddugaleessaa akka argatan Inistiitiyuutiin Meetirooloojii Itiyoophiyaa…
Israa’el fooyyessa diinagdee Itiyoophiyaa kan deeggartu ta’uu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimooxiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’el Abrahaam Nigusee waliin mari’ataniiru.…
Obbolummaa fi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf hundi gahee isaa bahuu qaba – Obbo Musxafee…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Obbolummaa fi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf hundi gahee isaa bahuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad ibsan.…
Sagantaan Afxiraa tokkummaa fi walummaa ummataa cimsa – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Sagantaan Afxiraa tokkummaa fi walummaa ummataa akka cimsu Pireezidaantii Itti Aanaan mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin ibsan.
Obbo…
Jibuutiitti Waldaan Koomiiyuuniitii Itiyoophiyaa Farankaa Jiibuutii miiliyoona 2.7’n Boondii…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Jibuutiitti Waldaan Koomiiyuuniitii Itiyoophiyaa Farankaa Jiibuutii miiliyoona 2.7 Boondii Hidha Guddicha Haaromsaa biteera.
Hoggantoonni waldichaa…