Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Labsiin qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuu fi gaafatama seeraa hordofsiisu ragga’e
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 14ffaa har’a gaggeesseen labsii qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuu fi gaafatama seeraa hordofsiisu…
Obbo Araggaa Kabbadaan Aanaa Qaalluutti Pirojektiwwan eebbisan
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan Godina Walloo Kibbaa Aanaa Qaalluutti pirojektiwwan baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 43…
Leenjitoonni Daandii qilleensaa marsaa 8ffaa 200 eebbifaman
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Manni Barnootaa Leenjii Loltummaa Akkaadaamii Humna Qilleensaa leenjitootaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa marsaa 8ffaa leenjisaa ture 200 ol…
Bulchiinsi magaalichaa Ayyaana Cuuphaa Kabajuuf Qophii Barbaachiisa xumuruu ibse
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Baatuu Ayyaana Cuuphaa Kabajuuf Qophii Barbaachiisa xumuruu ibseera.
Ayyaanni Cuuphaa Hara Dambal magaalaa Baatuutti Kabajamu Sochii…
Hojiin Bu’uuraalee misoomaa bakka jijjiiruu dhuma Baatii Amajjii ni xumurama – Tajaajilicha
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Misooma Koriidariif hojiin Bu’uuraalee misoomaa Elektirikii bakka jijjiiruu hanga dhuma Baatii Amajjii 30, 2017tti kan xumuramu ta’uu Tajaajilli Elektirika…
Naannawaa Dhagaa Umamaa Xiyyaatti Birrii biiliyoona 3.5’n misoomsuuf karoorfamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Naannawaa Hambaa Idil Addunyaa Dhagaa Dhaabbii Xiyyaa Birrii biiliyoona 3.5’n misoomsuuf qophiin barbaachisaan xumuramaa jiraachuu Biiroon Tuuriizimii…
Tajaajila Geejjibaa hojmaata badaarraa bilisa ta’e kennuuf tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamaa jira…
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Buufataalee Konkolaataa fi imala Geejjibaarratti jechoonni duudhaa, safuu fi aadaa hawaasaa hinsafeeffanne wayita dubbataman mul’atu.
Maamilli gooftaadha…
Namni dhuunfaan Barnoota Sobaan qaxaramee Hojii Gaggeessaa ta’ee hojjetaa ture Adabame
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) –Namni dhuunfaan Digirii Sobaan qaxaramee Hojii Gaggeessaa olaanaa ta'ee hojjetaa ture yakka malaammaltummaan himatamuun hidhaa fi maallaqaan adabamuun…
Naannichatti Daldaltoota Seeraan kuma 75 irratti Tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti daldaltoota seeraan alaa daldalaa turan kuma 75irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Daldalaa Naannicha ibse.
Baatiiwwan shanan…
Dhaabbilee Barnootaa olaanoo dhuunfaa 84 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa irra deebiin akka galmaa’an waamichi dhiyaateefii osoo hin galmaa’ina hafan 84 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan…