Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xiyyaarri Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Bitee A350-1000 Finfinnee gale
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Dhaabbata “Air Bus” irraa xiyyaarri bite A350-1000 Faransaay Tuuliis irraa ka’uun Finfinnee galeera.
Daandiin…
Tattaaffiiwwan waloon beela balleessuuf hirmaannaan taasifamuu bu’aa akka argamsiisu abdiin…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Tattaaffiiwwan waloon beela balleessuuf, hundaaf wabii nyaataa mirkaneessuuf hirmaannaan taasifamuu bu’aa akka argamsiisu abdiin qaba jechuun…
Walga’iin Ogeeyyii Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa 19ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Walga’iin Ogeeyyii Olaanoo Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa 19ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’ichaan waliigalteewwan naannawaa daldala…
Naannichatti rakkoon nageeyaa karaa nagaan akka furamu qindoominaan hojjechuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Naannoo Amaaraatti rakkoon nageeyaa karaa nagaan akka furamu qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame.
Naannicha magaalota garaagaraatti…
Koonfiraansiin ‘Addunyaa Beelarraa Bilisaa’ Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Koonfiraansiin ‘Addunyaa Beelarraa Bilisaa’ Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Koonfiraansicharratti Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad,…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Waliigalaa Inerpoolirratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan yaa’ii waliigalaa 92ffaa Inerpool Ingiliz Magaalaa Gilaaskootti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Yaa’icharratti Jilli…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Afrikaatti jalqabaa A350- 1000 fudhate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Imaltoota Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 jedhamu dhaabbata Eer Baasirraa har'a fudhateera.…
Dhaalaan teessoo Mootii Abudaabii Sheek Kaaliid Biin Mahaammad Biin Zaayid Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) - Dhaalaan teessoo Mootii Abudaabii Sheek Kaaliid Biin Mahaammad Biin Zaayid Finfinnee galaniiru.
Mootichi waayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Sagantaan Ashaaraa magariisaa qabeenyi bishaanii akka dabalu gumaachera – Dooktar Injinar…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) - Sagantaan Ashaaraa magariisaa qabeenyi bishaanii akka dabalu gumaacha olaanaa taasiisuu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar…
Guddina itti fufiinsa qabu, jiruufi jireenya ummataa fooyya’e, lafaafi nama magaalome umuuf, duursa…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) - Guddina itti fufiinsa qabu, jiruufi jireenya ummataa fooyya’e, lafaafi nama magaalome umuuf, duursa haala dandeessisoo uumuu qabna jedhan…