Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jarman tattaaffii Itiyoophiyaan wabii nyaataa mirkaneessuuf taasistu akka deeggartu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Mootummaan Jarman tattaaffii Itiyoophiyaan wabii nyaataa mirkaneessuuf taasistu akka deeggartu ibsite.
Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Ramaddiin sagantaa fooyyessa ga’umsa dandeettii ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Ramaddii sagantaa fooyyessa ga’umsa dandeettii dhaabbilee Barnootaa olaanoo ifoomseera.
Barattoonni bara 2016 qormaata…
Agarsiifni fakkii Yaa’ii Dhaabbilee Amantaalee idil addunyaa baname
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa idil addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiru cinaatti Agarsiifni fakkii banameera.
Yaa’iin dhaabbilee Amantaalee…
Daayrektarri UNIDO Gardi Mular Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Daayrektarri Dhaabbata Misooma Indaastirii Mootummoota Gamtoomanii Gardi Mular Finfinnee galaaniiru.
Gardi Mular konfiraansii ‘Addunyaa Beelaarraa…
Dhaabbileen Amantaalee finxaalessummaa fi yaadama qoodiinsa dhabamsisuuf murannoon hojjechuu…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Dhaabbilee Amantaalee finxaaleessummaa fi yaadama qoodiinsa qabu dhabamsisuuf murannoon hojjechuu akka qaban Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Hariiroo Magaalaa Finfinnee fi Kuwaalaalaampuur cimsinee itti fufsiifna-Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Hariiroo Magaalaa Finfinnee fi Kuwaalaalaampuur cimsinee itti fufsiifna jedhan Kantiibaan Magaalaa Fifinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Barsiistuu Barattootaaf Haadhas Barsiistuus taate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Garaan haadhaa hundaaf walqixa akka rifatuu fi hoo’u Barsiistuu Birqiisaa Jamaal ragaadha.
Barsiistuu Biqisaa Jamaal Jiraatuu Magaala Jimmaa, Mana…
Haalaa nageenyaarratti waltajjiin marii Magaalaa Dabra Maarqoositti gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Haala nageenyaa yeroo ammaa Naannoo Amaaraa ilaalchisuun waltajjiin marii Magaalaa Dabra Maarqoositti gaggeeffame.
Waltajjii marichaarratti…
Leenjii interpirinarshiippii Qonnaan/Horsiisee Bultoota gara inivastimantiitti ce’an kuma 15’f…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Leenjii interpirinarshiippii Qonnaa bultootaa fi Horsiisee Bultoota gara inivastimantiitti ce'an kuma 15’f Giddugaloota 19'tti kennamuu eegaleera.…
Sagantaan cufiinsa Baatii Nageenya Saayibarii biyyaalessaa 5ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Sagantaan cufiinsa Baatii Nageenya Saayibarii biyyaalessaa 5ffaan Magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jira.
Sagantichi mata duree ‘Nageenya…