Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bilbiloonni Kontirobaandii Birrii miiliyoona 83’tti tilmaamaan to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Kutaalee konkolaataa keessa dhokfamuun kontiroobaandiin galfamuuf kan turaan Bilbiloonni Moobaayilaa Birrii miiliyoona 83.4’tti tilmaamaman kuma 4 fi…
Keeniyaatti lammiileen hidhaa turan 276 gara biyyaatti deebifaman
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Keeniyaatti mana hidhaa kan turan lammiilee Itiyoophiyaa 276 gara biyyaatti deebisuu Keeniyatti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise.
Itiyoophiyaanonni…
Paartileen lameen walta’iinsa isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Komunistii Chaayinaa walta’iinsa isaanii cimsuuf waliigalan.
Hoggantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa dawwannaan…
Yuunivarsiitiin Nageenya Biyyaalessaa barattoota Digirii 2ffaan leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Yuunivarsiitiin Nageenya Biyyaalessaa sagantaa Digirii 2ffaan barattoota leenjisaa ture eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti Ministira Muummee Itti…
Oromiyaatti qonnaa Gannaan oomishni kuntalli miiliyoonni 6 argamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qonnaa Gannaan hanga ammaatti oomishni kuntaalli miiliyoona 6 argamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaa Itti Aanaan…
Fooramiin Miidiyaa fi Quunnamtii uummataa dantaa uummataa eegsisu galma godhatee hojjeta jira-Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Fooramiin Miidiyaa fi Quunnamtii uummataa dantaa uummataa eegsisu galma godhatee hojjeta jira jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo…
Itiyoophiyaan walga’ii Dargaggoota BRICS irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan walga’ii Mana Maree Dargaggoota BRICS Raashiyaa Kaazaanitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiraachuun ibsameera.
Walga’icharratti…
Koorporeeshinichi Manneen ijaarsisaa ture Eebbisise
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa Gamoowwan Manneen Jireenyaa fi giddugala Oomisha meeshaalee ijaarsaa eebbisiseera.
Itti Gaafatamtuun Waajjira…
Kirkirri Lafaa hanga Finfinneetti dhaga’ame irra deebiin Awaash Fantaalleetti mudate
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC) – Awaash Fantaalleetti kaleessa galgala Kirkirri lafaa irraa deebiin mudachuu Yuunivarsiiti Finfinneetti Inistiitiyuutiin Ji’oofiiziksii Hawaa fi…
Leenjiin hoggansa Paartii Badhaadhinaa marsaa 3ffaan kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Leenjiin ijaarsa dandeetti hoggantoota Paartii Badhaadhinaa marsaa 3ffaan guyyoota 10’f kennamaa ture xumurameera.
Leenjichi “Humna mul’ataa,…