Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Amaaraa Magaalota garaagaraatti koonfiraansiin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Naannoo Amaaraa Magaalota garaagaraatti koonfiraansiin nageenya mata duree “Nageenyi hundaaf; hundi nageenyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Magaalaa…
Cimnee hojjennaan naannawaa keenyatti hojii ajaa’ibsiisaa hojjechuu akka dandeenyu hubanneerra-Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Cimnee hojjennaan naannawaa keenyatti hojii ajaa’ibsiisaa hojjechuu akka dandeenyu hubanneerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan.…
Kitaabni Haaromsaafii Muummicha jedhu jaal Ibsaa Nagawoon barreeffame eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Kitaabni Haaromsaafii Muummicha jedhu qabsa'aa gameessa Jaal Ibsaa Nagawoon barreeffame eebbifame.
Kitaabichi waa'ee mirga ummata Oromoo fi sabaaf…
Daandiin qilleensichaa Xiyyaara Afrikaatti kan jalqabaa ta’e A350 – 1000 guyyaa lama…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Imaltoota Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 jedhamu guyyaa lama booda ni fudhata.
Daandiin…
Irreechi Malkaa Hora Habaasii fi Hora Liqimmee kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Magaalaa Shaashamanneetti Irreechaa Malkaa hora Habaasii fi Aanaa Dabra Libaanositti Irreechi Hora Liqimmee akkaataa duudhaasaa eegeen kabajameera.…
Roobni waqtii malee roobaa jiru oomisha akka hin miine hawaasni oomisha yeroon akka sassaabu…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Roobni waqtii hin eegne kutaalee biyyattii garaagaraatti roobaa jiraachuu hordofee hawaasni oomishni osoo hin miidhamin akka sassaabu waamichi…
Obbo Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa Aanaa Amiibaraa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Godina Gabii Raasutti hojiilee misoomaa Aanaa Amiibaraa daawwataniiru.
Misooma Jirbii,…
Jilli Hoggantoota olaanoo Aadde Adaanech Abeebeen durfamu Maaleezyiyaa magaalaa Kuwaalaalaampuur…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Jilli Hoggantoota olaanoo Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen durfamu Maaleezyiyaa magaalaa Kuwaalaalaampuur galeera.
Jilichi…
Irreechi malkaa Daabanaa Birbirsa lakkuu kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Godina Buunnoo Beddelleetti Irreechi Malkaa Daabanaa Birbirsa Lakkuu, akkaataa duudhaasaa eegeen kabajameera.
Walitti qabaa Gumii Abbootii Gadaa…
Dooktar Kaasahuun Gofeen Giddugala Gabaa Oomisha Qonnaa Lammii Kuraa daawwatan
Finfinnee,Onkololeessa 23, 2017(FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Gofeen Giddugala Gabaa Oomisha Qonnaa ammaayyaa Finfinnee Kutaa…