Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 43tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 43tti tilmaamamu to’atamu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Meeshaaleen kunneen Mudde 4 –…
Misoomni Koriidarii Magaalaa Shaggar akka dura jedhameen hojitti hin galle – jiraattota
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) –Hojiin misooma Koriidarii Magaalaa Shaggar baatii sadi dura eegalame saffisa jedhameen hojitti hin galle jechuun jiraattonni magaalichaa komatan.…
Nageenya foyya’aa naannichatti mul’ate hordofee hojiileen misoomaa qabatamaan bu’aa argamsiisaa…
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Nageenya fooyya’aa Naannoo Amaaraatti mul’ate hordofee hojiileen misoomaa fi bu’aaleen imala badhaadhinaa eegalamuuf ragaa ta’an qabatamaan mul’achaa…
Oromiyaatti hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 100 fi miiliyoona 56 ol walitti qabamuu…
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 56 ol walitti qabamuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Oromiyaatti…
Walga’ii idileen hoggantoota Raayyaa Ittisaa fi Nageenyaa Kiigaaliitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Walga’ii idileen 33ffaan hoggantoota Raayyaa Ittisaa fi Nageenyaa Afrikaa Bahaa Ruwaandaa Kiigaaliitti gaggeeffamaa jira.
Walga’icharratti Jilli…
Hojiileen Misooma kooriidarii Bishooftuu ammayyummaa magaalattii fooyyessu-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Hojiileen misooma kooridarii qindaa’a Magaalaa Bishooftuu maqaa gaarii magaalattii dabaluu, ammayyummaa fi jireenya jiraatota kan fooyyessan ta’uu Ministirri…
Lammiileen Kumni 100 fi kumni 60 ol hojiif biyya alaatti bobbaafamuun ibsame
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)-Baatiiwwan shanan darban lammiileen kumni 100 fi kumni 60 ol karaa seera qabeessaan hojiif biyyoota garaagaraatti bobbaafamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa…
Ijaarsi daandii Aspaaltii Ganda Shanoo-Gundoo Masqal eegalchiifame
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)-Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii ijaarsa daandii Aspaaltii Ganda Shanoo-Gundoo Masqal eegalchiisaniiru.
Sirna…
Naannoo Somaaleetti Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona 28 ijaaraman jiraattootaaf dabarfaman
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Naannoo Somaaleetti Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona 28 ijaarsise jiraattootaaf dabarseera.…
Shakkamtoonni yakka shororkeessummaan himataman adabbii cimaa hanga waggaa 23 adabaman
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Shakkamtoonni Godina Harargee Lixaa fi naannawaa isaatti yakka shororkeessummaan himataman adabbii cimaa waggaa1 fi baatii 6 hanga waggaa 23 adabamaniiru.…