Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Adam Faaraah Magaalaa Bahirdaaritti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Mudde11, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan giddugala Qindeessa Ijaarsaa sirna Demokiraasii…
Giddugaloonni ijaaraman onuurra galii akka maddisiisaniif hojjetamaa jira-Koorporeeshinicha
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Giddugaloonni Ce’umsa Baadiyyaa Oromiyaatti ijaaraman onanii taa’uurra kaayyoo ijaaramaniif utuu hinfaallessin galii akka maddisiisaniif hojjetamaa jiraachuu…
Obbo Adam Faaraah dhimmoota waqtaawaarratti hoggantoota naannoo Amaaraa waliin mari’achuuf Bahirdaar…
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah dhimmoota waqtaawaa garagaraarratti hoggantoota naannoo Amaaraa waliin mari’achuuf…
Mariin Finfinneen tumsa magaalota Faransaay waliin qabdu cimsuuf dandeessisu gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Mariin Magaalaan Finfinnee magaalota Faransaay garaagaraa waliin michummaa qabdu caalmaatti cimsuuf dandeessisu gaggeeffameera.
Kaantiibaan Magaalaa…
Dooktar Geediyoon Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa Ambaasaaddar Zhuu Biingi waliin mari’ataniiru.…
Shaggaritti Buufanni fayyaa fi warshaan Daabboo sa’aatii tokkotti Daabboo kuma 3 ol oomishuu…
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti Buufanni fayyaa fi warshaan Daabboo sa'aatii tokkotti Daabboo kuma 3 ol oomishuu danda'u eebbifameera.
Magaalichaatti hojiileen…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Bishooftuutti Warshaa Oomisha Sibiilaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaan Magaalaa Bishooftuutti Warshaa Oomishaa Sibiila (STEELY RMI) daawwataniiru.
Obbo Tamasgeen Xurunaan akka…
Marichi biyya bu’ura cimaa ijaaruu fi nageenya waareessuuf abdii ta’uun ibsame
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Adeemsa Marii ajandaa adda baasuu Naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaa jiru biyya bu'ura cimaa ijaaruu fi nageenya waaressuuf abdii ta'uu Komishiniin Marii…
Nageenya Tajaajila Geejjiba Baaburaa eegsisuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)-Waldaan Aksiyoonaa Geejjibaa Baaburaa Itiyoo-Jibuutiin Poolisii Kederaalaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse.
Waliigaltichis Nageenya geejjiba…
Dooktar Kaasahuun Goofeen Pireezidaantii Mana Maree Daldalaa fi Indaastirii Eeshiyaa – Afrikaa…
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen Pireezidaantii Mana Maree Daldalaa fi Indaastirii Afrikaa –…