Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muuxannoo ittisa daddabarsa namoota seeraan alaa waljijjiiruuf mariin gaggeeffameera
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ministeera Nageenya Biyya keessaa Xaaliyaanitti Gorsaa hariiroo idil addunyaa Ifoomiyaa…
IGAD Naannawichatti Nageenya Waaraa Mirkaneessuuf Dhaabbilee Amantaalee waliin tumsaan kan hojjetu…
Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) – Naannawichatti Nageenya Waaraa Mirkaneessuuf Dhaabbilee Amantaalee waliin tumsaan kan hojjetu ta’uu Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD)…
Dhaloonni duudhaa fi safuu ganamaan ijaarame hojimaata badaa qolachuun egeree biyyaaf wabii…
Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) – Dhaloonni duudhaa fi safuu ganamaan ijaarame hojimaata badaa qolachuun egeree biyyaaf wabii ta'uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksiseera.
Biirichi…
Miseensonni WBO waamicha nagaa fudhatan galuu itti fufan
Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) –Waliigaltee Nageenyaa hordofee miseensonni Waraanaa Bilisummaa Oromoo waamicha nageenyaa fudhachuun galuu itti fufaniiru.
Haaluma kanaan Godina Wallagga…
Waliigalteen Ankaaraa bu’aa Dippiloomaasii cimaa Ityoophiyaatti –Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) –Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti Turkii Ankaaraatti gaggeeffame bu’aa dippiloomaasii cimaa Itiyoophiyaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Naannoo Amaaraatti nageenya waareessuuf ni hojjetama – Obbo Adam Faaraah
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti nageenya waareessuuf ummata karaa hirmaachiseen tattaaffiin kan taasiifamu ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa fi…
Obbo Tamasgeen Xirunaan qaamoleen hidhannoon socho’an gara nagaatti akka dhufan waamicha dhiyeessan
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan qaamoleen hidhannoon socho’an gara waltajjii nagaatti akka dhufan waamicha dhiyeessaniiru.…
Dooktar Tasfaayee Baljigeen Shaggaritti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) –Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti Ministirri Waamamaa Mootummaa Dooktar Tasfaayee Baljigeen Magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa Koyyee Facceetti…
Finfinneetti dhaabbileen Daldalaa hanga halkan sa’aatii 3:30tti tajaajila kennuu eegalan
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Finfinneetti dhaabbileen Daldalaa hanga halkan sa’aatii 3:30tti tajaajila kennuu eegaluu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Yeroon…
Sagantaan Maaddii Guutuu nyaatan of danda’uu fi dhiyeessa nyaata madaallawaaf murteessadha –…
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Sagantaan Maaddii Guutuu nyaatan of danda’uu fi dhiyeessa nyaata madaallawaa sadarkaa biyyaatti mirkaneessuuf qooda olaanaa qabaachuu Waajjirri…