Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaaloota Naannoo Amaaraa garaagaraatti hiriirri Ummataa gaggeeffame
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Godinaalee fi Magaaloota Naannoo Amaaraa garaagaraatti hiriirri Ummataa mata duree ‘nageenyi hundaaf, hundi nageenyaaf’ jedhuun gaggeeffameera
.…
Magaalaa Bahirdaaritti hiriirri Ummataa gaggeeffame
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Magaalaa Bahirdaaritti hiriirri Ummataa mata duree ‘nageenyi hundaaf, hundi nageenyaaf’ jedhuun gaggeeffameera.
Naannichaaf waraana osoo hin taane…
Naannoo Amaaraatti hiriirri ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Magaalaa Dasee fi Kombolchaatti hiriirri tarkaanfii olaantummaan seeraa fudhatamaa jiru cimee akka itti fufu gaafatu…
Raayyaan Ittisa Daangaa Somaaleetti argamu qophaa’ummaa amansiisaarratti argama jedhame
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Naannawaa Daangaa Somaaleetti argamu qophaa’ummaa amansiisaarratti akka argamu ibsame.
Hoggantoonni Gamtaa Raayyaa naannawichatti…
Daandiin Qilleensaa moggaasa “Air Congo” jedhuun hundeeffame hojii eegale
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Mootummaa Rippaabilikii Diimookiraatawaa Koongoo waliin ta’uun, moggasa “Air Congo” jedhuun daandii qilleensaa hundeesse…
Naannoo Amaaraatti Humnoonni hidhatanii socho’an 154 waamicha nageenyaa simatan
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa Aanaa Kalaalaatti Humnoonni hidhatanii socho’an 154 waamicha nageenyaa mootummaan taasise simataniiru.
Humnoonni…
Buna Dhandhama addaan leellifamu
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Dureeyyiin biyya keessaa fi alaa Naannoo Oromiyaa Godina Gujii Aanaa Qarcaatti haala qophii fi misooma buna dhandhama addaa qabu daawwatameera.
Obbo…
Itiyoophiyaa fi Taanzaaniyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Taanzaaniyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.
Waliigaltichi marii waloo Komishinii Ministirootaa…
Loltoota Itiyoophiyaa nagaa kabachiisuuf bobba’aniif meedaaliyaan kabajaa kenname
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Somaaliyaatti Loltoota Itiyoophiyaa Ergama Ce’umsa Nagaa Kabachiisuu Gamtaa Afrikaa bobba’aniif meedaaliyaan kabajaa kenname.
Loltoota kanneeniif…
Waliigaltichaan booda boqonnaa arganeerra-Jiraattoota
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Waliigaltee Nageenyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi WBO gidduutti taasifameen booda boqonnaa arganneerra jedhan jiraattoonni Godina Shawaa Lixaa aanaalee…