Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Ahimad Shideen jila Ejensii Walta’iinsa Misoomaa Idil Addunyaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen jila Dura Taa’aa Itti Aanaa Ejensii Walta’iinsa Misoomaa Idil Addunyaa Chaayinaa Zhi’oo…
Qonnaan bultoonni buna oomishan kuma 1 ol oomisha isaanii gabaa alaaf dhiyeessaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)-Qonnaan bultoonni buna oomishan kuma 1 ol oomisha isaanii kallattiin gabaa alaaf dhiyeessaa jiraachuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Kantiibaa Adaanech badhaasa hoggansa “Smart City 2024” badhaafaman
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kooriyaa Kibbaa Magaalaa See'ulitti Badhaasa Hoggansa Smart City badhaafaman.
Aadde Adaanech…
Dooktar Abiy Ahimad Ergitoota Bunaa Adda dureef beekkamtii kennan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ergitoota Bunaa adda dureef beekkamtii kennaniiru.
Bunni Aadaa Itiyoophiyaa waliin hidhata cimaa kan qabuu…
Oromiyaatti barattootni kumni 23 fi 817 sagantaa fooyyessa dandeettiif darban
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 fudhatan keessaa barattootni kumni 23 fi 817 sagantaa fooyyessa dandeettii…
Buna toonii miiliyoona 1 oomishuuf galma qabame milkeessineerra-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)-Haala ajaa’ibsiisaan Buna toonii miiliyoona 1 oomishuuf galma qabame milkeessuu dandeenyeerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Itiyoophiyaa fi Moorookoon hariiroo Aadaa, seenaa fi amantaan qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Moorookoon hariiroo Aadaa, seenaa fi amantaa biyyoota lamaan gidduu jiru caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Qindeessummaa Ministeera…
Itiyoophiyaa fi Riippaablikni Kooriyaa waliigaltee Piroojektii Doolaara miiliyoona 10 mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa fi Ejansiin Tumsa Idil Addunyaa Riippablika Kooriyaa waliigaltee Piroojektii Doolaara miiliyoona 10…
Yaa’iin Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaa Onkololeessa 5, 2017 eegalee Finfinneetti ni taa’aama
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Yaa’iin Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaa Onkololeessa 5 - 7,2017tti Magaalaa Finfinneetti kan taa’aamu ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksise.…
Fuuncaa Sonaa Sanyii fooyyessuuf hojiileen qorannoo gahee olaanaa qaba-Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Fuuncaa Sonaa Sanyii fooyyessuuf hojiileen qorannoo gahee olaanaa akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen dubbatan.
Waltajjiin…