Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoota imala guddina Itiyoophiyaa fuulduratti itti fufsiisan horachuun barbaachisaadha-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)-Hoggantoota imala guddina Itiyoophiyaa fuulduratti tarkaanfachiisan horachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 25 2017 (FBC)- Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummatootaa 19ffaan Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti kabajameera.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalatti Aadde Adaanech Abeebeen,…
Labsii Misooma Riil Isteetii, Daldalaa fi tilmaamama qabeenya hin sochoonee dabalatee labsiiwwan 3…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Misooma Riil Isteetii, Daldalaa fi tilmaamama qabeenya hin sochoonee dabalatee labsiiwwan 3 raggaasiseera.…
Fooyyaa’iinsa Dinagdee Gooroon Sagantaa Seeftineetii Misoomaawaa Baadiyyaaf xiyyeeffannaa olaanaan…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Fooyyaa’iinsa Dinagdee Gooroon Sagantaa Seeftineetii Misoomawaa Baadiyyaaf xiyyeeffannaa olaanaan kennamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Miseensonni WBO Aanaalee Godina Shawaa Kaabaa keessa socho’aa turan karaa nagaan galaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FMC) – Waliigaltee araaraa hordofee Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo Aanaalee Godina Shawaa Kaabaa keessa socho'aa turan karaa nagaan galaa jiraachuu…
Fooyyessi diinagdee hunda galeessi hojiirra oolaa jiru Dippiloomaasii diinagdeef si’oomina uumeera –…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FMC) – Fooyyessi diinagdee hunda galeessi Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu Dippiloomaasii diinagdeef si’oomina uumuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.…
Murteen dhaabbilee lameen walitti makuu yaadama idaa’amuu bu’uureffachuun miidiyaa…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)-Murteen Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshin Koorporeet walitti makuu yaadama idaa'amuu bu'uureffachuun miidiyaa…
Faanaa fi Waaltaan walitti makaman
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshin Koorporeet ifatti Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin jedhamuun walitti makanan.…
Hundeeffamni FMC bu’aa yaadama ida’amuuti – Daani’eel Kibrat
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshin Koorporeet walitti makamuun Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin hundeessuun bu’aa…
FMCn seenessa waloo ijaaruu keessatti fakkeenya guddaa ta’uu qaba – Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniin seenessa waloo ijaaruu keessatti fakkeenya guddaa ta'uu akka qabu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar…