Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waggaa 5ffaa Hundeeffama Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun Agarsiisni suuraa baname
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Waggaa 5ffaa Hundeeffama Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun Agarsiisni suuraa Finfinnee Golambaa Saayinsiitti banameera.
Saganticharratti Ministira…
Ogeeyyiin Itiyoophiyaa fi IMF gamaaggamaa 2ffaa dhiyeessii liqii dheereffamerratti waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)-Ogeeyyiin Itiyoophiyaa fi Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) gamaaggamaa 2ffaa dhiyeessii liqii dheereffamerratti waliigalaniiru.
Gamaaggamni Boordii…
Lafa Magaalomsuu: Ergama Maraammartoo Seenaa Kufaatii Cabsuu
1. Seensa
Magaalomsuun imala cehumsaa gama tokkoon dinagdee, gama biraan hawaasaa irra deebi’ee bocudha. Oromiyaa keessatti ergamni magaalomsuu lafaa ittifufiinsa qabu…
Godaantoonni 66 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Godaantoota seeraan alaa 66 balallii marsaa lamaan gara biyyaatti deebisuu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise.
Embaasichi Dhaabbata…
Dhaabbilee boba’aa seera hin kabajnerratti Tarkaafiin cimaan ni fudhatama-Ministeericha
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)-dhaabbilee boba’aa seeraa fi sirna diriirfame kabajanii hin hojjennerratti tarkaafiin cimaan kan fudhatamu ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Komishinarri Jeneraalaa Dammallash Gabramikaa’el Inispeektara Tajaajila Poolisii Biyyaalessa…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallash Gabramikaa’el Inispeektara Tajaajila Poolisii Biyyaalessa Rippaabiliika Sudaan Jeneraal Atam Maarool…
Itiyoophiyaan yakkoota daangaa ce’an Ittisuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Yaa’iin Waggaa Opireeshinii giddugala Nageenyaa Naannawichaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Ittaanaan Komishinaraa Komishinii…
Xaaliyaaniin anniisaa haareffamaa irratti Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii akka qabdu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Xaaliyaaniin annisaa haareffamaa irratti Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii akka qabdu ibsiteetti.
Ministirri Ministeeraa Bishaanii fi Inarjii…
Ijaarsi Buufata Konkolaataa Naqamtee %93 irraa ga’e
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaa'aa Magaalaa Naqamtee %93rraa ga’uun ibsame.
Sadarkaan ijaarsa buufatichaa Ogeeyyii Biiroo Daandii fi Lojistiksii…
Hindi diinagdee Itiyoophiyaa fooyyessuuf akka tumsitu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Hindi diinagdeen Itiyoophiyaa akka fooyya’uuf hammattoo walta’iinsa BRICS’n tumsa taasisuuf qophii ta’uu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Biyyattii Aniil…