Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Finfinnee bara kana barattoota kuma 5 fi 300 simatee barsiisuuf qophii xumuruu ibse
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee bara kana barattoota ulaagaa guutan kuma 5 fi 300 simatee barsiisuuf qophii xumuruu beeksiseera.
Itti Aanaan Pireezidaantii…
Irreechi hariiroo ummattootaa cimsuu fi tuurizimii biyya keessaa babal’isuuf qooda qabaachuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa hariiroo ummattootaa cimsuu fi tuurizimii biyya keessaa babal’isuuf qooda qabaachuu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ibse.
Kabaja…
Fooyyeesi Imaammata Diinagdee Gooroorratti taasiifame raawwii gaarii argamsiise – Dooktar…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Koreen Diinagdee Gooroo Raawwii fooyyeessa Imaammata Diinagdee Gooroo baatiwwan lamaan darbanii gamaaggameera.
Fooyyessi Imaammata diinagdee…
Ayyaanni Irreechaa ayyaana uumaan itti galateeffatamudha –Abbootii Gadaa
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Ayyaanni Irreechaa ayyaana waan uumaan uumamaaf godhee hundaa kan itti galateeffatamu, ayyaana nagaa fi obbolummaan itti calaqisifamu ta’uu Abbootiin…
Magaalichatti miseensonni raayyaa nageenyaa eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti miseensonni raayyaa nageenyaa leenjii adda addaa fudhataa turan eebbifaman.
Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa magaalaa…
Dooktar Girmaan garee jila Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan durfamu walii mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen garee jilaa Looreetii Addunyaa Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan durfamu waliin mari’ataniiru.
Marii…
Dhugumaan Gargaarsaa Olitti!
Toora Xiyyeeffannoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa lafa qabsiisuu keessatti, gaheen Humnoota Waloo dabalurratti argama.
Imala waggoottan jahan darban taasisne keessatti, milkaa’ina lakkaa’uu…
Itiyoophiyaan Kaartumitti haleellaa Mana jireenyaa Ambaasaaddara GEA’rra ga’ee balaaleffatte
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Kaartumitti haleellaa Mana jireenyaa Ambaasaaddara Gamta Emereetota Arabarraa ga’ee balaaleffatte.
Itiyoophiyaan qaamoleen Sudaan hundii…
Tajaajilichi nageenya maamiltoota fi fe’umsaa isaaniif gahee olaanaa bahateera jedhame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa bara baajataa xumurametti maamiltoota miiliyoona 14 keessummee fi fe’umsi isaanii sodaa nageeyaa tokko malee akka…
Irreechi haala maqaa gaarii biyyaa calaqqisiisuun akka kabajamu gahee keenya ni bahanna-Dargaggoota
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Irreechi karaa duudhaa isaa eeggatee fi maqaa gaarii biyyaa haala calaqqisiisuun akka kabajamuuf gahee isaanii akka bahataan daraggoonni Magaalota…