Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Damee dippiloomaasii Idil Addunyaa keessatti gaheen Dubartootaa caalmaatti cimuu qaba- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Damee dippiloomaasii Idil Addunyaa keessatti gaheen Dubartootaa caalmaatti cimuu qaba jedhan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Mootummaan naannoo Oromiyaa diinagdee biyyaa utubuuf qonna ammayyeessaa jira – Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Badhaadhina biyyaa mirkaneessuuf qonna ammayyeessaa jiraachuu sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastera…
Pireezidaantummaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaaf dursuuf namoonni kaadhimaman ifooman
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Waggoottaan arfan itti aanaaniif Pireezidaantummaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaaf dursuuf namoonni kaadhimaman ifoomaniiru.
Haaluma kanaan…
Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun magaalaa Ambootti Baazaarii fi Argisiifni baname
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa akka naannoo Oromiyaatti Sadaasa 22, 2017 kabajamu sababeeffachuun magaalaa Ambootti Baazaarii fi Argisiifni banameera.…
Yaa’ii hooggantootaa Gamtaa Afrikaa baranaa haala fooyya’aa ta’een keessummeessuuf…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Yaa'ii hooggantootaa Gamtaa Afrikaa baranaa haala fooyya'aa ta'een keessummeessuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce’aa jira – Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce’aa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Boqonnaa…
Manni Marichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoonaa 500 fi Biiliyoona 82 raggaasise
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa baajata dabalataa Mootummaa Fedeeraalaa Birrii biiliyoona 500 fi biiliyoona 82 raggaasiseera.
Mana marichaatti…
Humni qilleensichaa wareegama gootoota hedduun kan cichoome dhaabbata jabaadha – L/G Yirmaa…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa wareegama gootoota hedduun kan cichoome dhaabbata jabaa ta’uu Ajajaa Olaanaan Humna qilleensichaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa…
Shaggaritti Qonni Qamadii Jallisii Bonee eegale
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Magaalaan Shaggaritti Qonni Qamadii Jallisii Bonee bara kanaa guyyaa har’aa haala hoo’aa ta’een eegaleera.
Bara kana lafa hektaara kuma 65 ol…
Haalli qabatamaan Itiyoophiyaa yeroo ammaa,guddina saffisaa malee seenaa namoonni hedduun beelaan…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Haalli qabatamaan Itiyoophiyaa yeroo ammaa,guddina saffisaa malee seenaa namoonni hedduun beelaan du’an miti jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy…