Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoolee nagaan, walqixxummaa fi jaalalaan furuun barbaachisaadha-Abuuna Maatiyaas
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017 (FBC)- Qormaatilee Itiyoophiyaatti mul’achaa jiran akkataa barsiisaa Fannoon nagaan, walqixxummaa fi jaalalaan furuun barbaachisaa ta’uu Paatiriyaarkiin Mana…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Masqalli ayyaana amantaa fi aadaa ummata biyyattii…
Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ergaa…
Dhaabbileen Idil Addunyaa Ayyaana Masqalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Embaasiiwwan biyyoota garagaraa fi Dhaabbileen Idil Addunyaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan.
Haaluma kanaan…
Ayyaanni Masqalaa duudhaaleef barsiifata galaa ta’an hedduun kan guutamedha-Obbo Kaffaaloo Tafarraa
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ayyaanni Masqalaa duudhaaleef barsiifata gaggaarii imala keenya har’aatiif galaa ta’an hedduudhaan kan guutamedha jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira paartii…
Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan jechuun Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan ibsan.
Pireezidaanti…
Dooktar Abiy Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Masqalaa Ayyaaana humni mul’ata…
Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Ayyaana Masqalaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan Ayyaana Masqalaa bara 2017 Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin…
Irreechi Fulbaana 25 fi 26 kabajama
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ayyaanni Irreechaa kan bara 2017 Fulbaana 25 fi 26 kan kabajamu ta’uu Gamtaan Abbootii Gadaa beeksisaniiru.
Gamtaan Abbootii Gadaa ibsa miidiyaaleef…
DhMG gumaacha Itiyoopiyaan ergama nageenya kabachiisuu dhaabbatichaaf taasisaa jirtu dinqisiifate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gargaaraa Barreessaa Olaanaa Oppireeshinii Nageenyaa Dhaabbataa…