Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Ayyaana Masqalaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan Ayyaana Masqalaa bara 2017 Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin…
Irreechi Fulbaana 25 fi 26 kabajama
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ayyaanni Irreechaa kan bara 2017 Fulbaana 25 fi 26 kan kabajamu ta’uu Gamtaan Abbootii Gadaa beeksisaniiru.
Gamtaan Abbootii Gadaa ibsa miidiyaaleef…
DhMG gumaacha Itiyoopiyaan ergama nageenya kabachiisuu dhaabbatichaaf taasisaa jirtu dinqisiifate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gargaaraa Barreessaa Olaanaa Oppireeshinii Nageenyaa Dhaabbataa…
Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’eel abbootii Amantaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel ayyaana Damaraa ilaalchisee abbootii Amantaa waliin mari’ataniiru.…
Ayyaanni Damaraa sodaa nageenyaa malee akka kabajamu qophiin teeknooloojiin deeggarame taasiifamuu…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Ayyaanni Damaraa Masqalaa sodaa nageenyaa tokko malee akka kabajamu qophiin teeknooloojiin deeggarame taasiifamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa…
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar keessummoota kabaja ayyaana Masqalaaf gara maatii galaniif simannaa fi…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar keessummoota kabaja Ayyaanaa Masqalaaf gara maatii isaanii galaniif hawwii qabu ibsuun gaggeesseera.
Keessummoonni…
Godina Walaayitaatti balaa Tirafikaa mudateen lubbuun namoota 28 darbe
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Godina Walaayitaatti balaa Tiraafikaa suukaneessaa mudateen lubbuun namoota 28 darbuu ibsame.
Konkolaataan deddeebisa ummataa Walaayittaa Sooddoo…
Kabajaa Ayyaana Damaraa Masqalaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila geejjibaaf cufaa ta’an ifooman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) –Ayyaana Damaraa Masqalaa guyyaa Boruu kabajamu sababeeffachuun daandiwwan tajaajila geejjibaaf cufaa ta’an ifoomaniiru.
Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Finfinneetti Boruu eegalee hanga Jimaata Ganamaatti sosochiin Geejjiba Doqdoqqee dhorkame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Damaraa Masqalaa sababeeffachuu boru barii eegalee hanga Jimaata ganamaatti sosochiin Geejjiba Doqdoqqee dhorkameera.…
Ambaasaaddar Taayyeen gita isaanii Ugaandaa fi Ruwaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Waligalaa 79ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Niiwyoorkitti…