Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina…
Har’a ‘mandara Qulqullinaa’ eebbisuu keenyan dura, bu’uuraalee qulqullina…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Har'a 'mandara Qulqullinaa' eebbisuu keenyan dura, bu'uuraalee qulqullina biyyoolessaa Kaleessa ijaarre daawwachuuf carraa arganneerra jedhan Ministirri…
Itiyoophiyaan hariiroo tarsiimawaa Gamtaa Awurooppaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf ni hojjetti…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos jila Dura Teessuu Koree Siyaasaa fi Nageenyaa Gamtaa Awurooppaa Ambaasaaddar Dalfiin…
Aadde Adaanech jiraattoota fi gurmuuwwan hojiilee tola ooltummaa adda addaarratti hirmaataniif…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jiraattootaa fi gurmuuwwan Bilookii hojiilee tola ooltummaa adda addaarratti hirmaataniif beekamtii…
Manni Murtii Aadaa rakkoolee hawaasaa hedduu furaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Manni Murtii Aadaa rakkoolee hawaasaa furaa jirachuu Inistiityuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa beeksiseera.
Rakkoolee adeemsicharratti darbee…
Finfinneetti Koonfiraansiin Nageenyaa Sadarkaa Ardii gaggeeffamuufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC)- Koonfiraansiin Nageenyaa Sadarkaa Ardii Magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu ibsame.
Ministir Deetaan Ministeeraa Nageenyaa Dooktar Kaayiraddiin…
Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin nageenya Saayibariirratti waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin nageenya Saayibariirratti waliin hojjechuuf waliigalaniiru.
Daayrektarri Oppireeshinii Saayibarii Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Agarsiisni “Ethio Green Mobility’ 2024 Finfinneetti baname
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Agarsiisni Idil Addunyaa “Ethio Green Mobility’ 2024 Magaalaa Finfinnee Paarkii Indaastirii Huwaanjaanitti banameera.
Agarsiisichi ijaarsa geejjiba…
Qondaaltoonni olaanoon mootummaa naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa Magaalaa Shaggar daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaa kilaastara qonnaafi Misooma Baadiyaa Obbo Addisuu Araggaan…
Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti bu’uraaleen misoomaa Birrii miiliyoona 200 ijaaraman…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti bu’uraaleen misoomaa Birrii miiliyoona 200 ijaaraman eebbifamuun Tajaajilaaf banaa ta’an.
Hojii…