Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti bu’uraaleen misoomaa Birrii miiliyoona 200 ijaaraman…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti bu’uraaleen misoomaa Birrii miiliyoona 200 ijaaraman eebbifamuun Tajaajilaaf banaa ta’an.
Hojii…
Balaa ibiddaa markaatoon daldaltoota miidhamaniif deeggarsi Birrii miliyoona 20 taasifame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC)- Balaa ibiddaa Markaatootti mudateen daldaltoota qabeenyi jalaa manca'e deebisanii dandamachiisuuf Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee deeggarsa Birrii miiliyoona…
Qabeenya kuufamaa naannichaa gara oomishaatti jijjiiruuf hojjetamaa jira – Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Abbootii qabeenyaa fi hoggantoota Ministeera Indaastirii waliin mari’ataniiru.
Qorannoorratti…
Magaalaan Finfinnee badhaasa Magaalota Ismaartii Afrikaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC)-Yaa’ii Invastimantii Magaalota Ismaartii Afrikaa Naayiroobitti gaggeeffamaa jirurratti Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee badhaasa argateera.…
Amb. Tashoomaa Shundee Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandi waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Somaaliilandiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Tashoomaa Shundeen Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandi Abdiirrahmaan Mohaammad Abdillaah waliin…
Nageenyaa fi Badhaadhina Itiyoophiyaa waaraa mirkaneessuun tajaajiluu keenya itti fufna-Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Nageenyaa fi Badhaadhina Itiyoophiyaa waaraa mirkaneessuun ciminaan tajaajiluu itti fufna jedha Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Fiinxaalessummaan wareeraa fi ‘ana malee’ hinmilkaa’u-Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Fiinxaalessummaan wareeraa fi ‘ana maleen’ guutame yoomiyyuu fudhatama kan hinqabnee fi hinmikoofne ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…
Godina Arsiitti lafa hektaara kuma 300 ol jallisii Boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Godina Arsiitti lafa hektaara kuma 300 fi kuma 7 ol jallisii Boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.
Godina…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa gocha gara jabinaafi suukanneessaa finxaaleyyiin raawwatame cimsee kan…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa gocha gara jabinaafi suukanneessaa finxaaleeyyiin raawwatame cimsee kan balaaleffatuu fi nageenya lammiilee tiksuufis kan…
Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti kenna tajaajila caasaa gandaa haaraa…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Pireezidaantii itti aanaan naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti kenna tajaajila caasaa gandaa haaraa daawwataniiru.…