Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaa — Gandan, Gandaafii: Bu’aa Qabsoo Ummataa!
Seenduubee Gurmaa’insa Caasaa Gandaa
Itiyoophiyaatti hundeeffamni Ganda Baadiyyaa bara 1967 humnoota siyaasaa bitaatiin kan jalqabeedha.
Gandoonni Baadiyyaa amma jiran irra caalaan…
Lammiileen Itiyoophiyaa 390 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)-Lammiileen Itiyoophiyaa 390 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoonni hunduu dhiirota yoo ta’an, kanneen keessaa 7 guddattoota umrii…
Guyyoottan kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii adda addaatti Roobni salphaa hanga cimaa ni eegama…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Guyyoottan kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii adda addaatti Roobni salphaa hanga cimaa kan eegamu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Koonfiraansiin Idil Addunyaa fayyaa beeyladaarratti xiyyeeffate gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)- Koonfiraansiin Idil Addunyaa fayyaa beeyladaarratti xiyyeeffate Xaaliyaan Roomitti gaggeeffamuu eegaleera.
Koonfiraansichaarratti Ministirri Ministeera…
Hojii Kominikeeshinii cimsuun barbaachiisadha jedhame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) –Hojii Kominikeeshinii bu’aa qabeessa ta’ee itti fufsisuun imaammata fi hojiilee Mootummaarratti hawaasaaf hubannoo ga’aa uumuun barbaachiisa ta’uu…
Simpooziyamiin “Masalaa” gaggeeffama jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)- Jijiirraa bara haaraa Ummata Kanbaataa “Masalaa” ilaalchisuun Simpooziyamiin Aadaa fi Qorannoo gaggeeffamaa jira.
Simpooziyamicharratti, barreeffamni…
Dargaggoota Ayyaana Damaraa fi Irreechaarratti nageenya kabachiisan kuma 310 oliif bobbiin kennamuu…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dargaggoota Ayyaana Damaraa fi Irreechaarratti nageenya kabachiisan kuma 310 oliif bobbiin kennamuu Biiroon Dargaggoo fi…
Ayyaanni Damaraa duudhaa amantaa eegee akka kabajamu qophiin barbaachisu xumurame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Ayyaanni Damaraa Masqalaa duudhaa amantaa eegee akka kabajamu qophiin barbaachisu xumuramuu Biiroon Bulchiinsaf Nageenyaa magaalaa Finfinnee…
Tajaajilli Geejjiba Baaburaa Itiyoo – Jibutii Adaamaa – Jibuutii Horii Gaanfaa geejjibsiisuu…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Tajaajilli Geejjiba Baaburaa Itiyoo - Jibutii Adaamaa – Jibuutii Horii Gaanfaa geejjibsiisuu eegaluu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan tajaajilichaa Injinar…
Kaarnivaalli Goobee fi Shinooyyee marsaa 6ffaan xumurame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Kaarnivaalli Goobee fi Shinooyyee marsaa 6ffaan Magaalaa Finfinnee fi Shagaritti gaggeeffamaa ture xumurame.
Kaarnivaalli Goobee fi Shinooyyee…