Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Zuwaay Dugdaatti manneen jireenyaa kenna tajaajila lammummaan ijaaraman fayyadamtotaaf…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaatti manneen jireenyaa kenna tajaajila lammummaan Birrii miiliyoona 541 oliin ijaaraman fayyadamtotaaf dabarfamaniiru.…
Oromiyaatti horsiisee bultoonni kuma 50 fi 700 ol miseensa Inshuraansii beelladaa ta’uuf…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti horsiisee bultoonni kuma 50 fi 715 ta'an miseensa inshuraansii beelladaa ta'uuf galmaa'uu Biiroon Misooma…
Hanga Ammaatti Kompoostiin idilee Meetir kiyuubiin miiliyoonni 27 ol qophaa’eera-BQO
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti fayyummaa fi gabbina biyyee foyyeessuu fi oomishaaf oomishtummaa qonnaa dabaluuf xaa’oo umamaa bal’inaan qopheessaa jiraachuu Biiroon…
Jala bultii Ayyaana Gifaataa sababeeffachuun Fiigichi Guddichi gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC)- Jala bultii Ayyaana Gifaataa sababeeffachuun fiigichi guddichi mata duree “Duudhaalee Gifaataa badhadhinaa hundgaleessaaf” jedhuun Magaalaa Walaayittaa…
Daandiin Qilleensichaa balallii torbee gara Gowaanzyuutti taasiisu gara 10tti ol guddise
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii torbeen Chaayinaa Magaalaa Gowaanzyuutti taasiisu gara 10tti ol guddisuu beeksise.
Fulbaana 17, 2017 eegalee…
Barana Ruuzii kuntaala miiliyoona 63 ol argachuuf ciminaan hojjetamaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC)-Bara omishaa kanatti, oomishsa Ruuzii kuntaala miiliyoona 63.14 argachuuf ciminaan hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Kuubaan Hariiroo Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Kuubaan Hariiroo waloo fi hundagaleessa Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu ibsiteerti.
Riippaablika Kuubaatti…
IGAD Dooktar Abiy Ahimdiin Shaampiyoonaa Tuuriizimii taasisuun filate
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)-Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD)Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin waggootaa sadan dhufaniif Shaampiyoonaa Tuuriizimii…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa, Korporeeshinii Buufataalee Xiyyaaraa Zaambiyaarraa beekamtii fi…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) –Korporeeshiniin Buufataalee Xiyyaaraa Zaambiyaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 35ffaa sababeeffachuun Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaaf beekamtii fi…
Adeemsi marichaa hirmaachisaa fi hammataa akka ta’u tumsuun gahe hundaati-KMB
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Adeemsi marii biyyaalessaa hirmaachisaa fi hammataa akka ta’u tumsuun gahee hundaa ta’uu akka qabu Komishinarri Marii Biyyaalessaa hubachiise.…